Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Balaa ibiddaa konkolaataa mudateen lubbuun namoota 4 darbe
Finfinnee, Amajjii 9, 2015 (FBC)-Daandii Saffisaa Finfinnee-Adaamaa, buufata kaffaltii ba’iinsa Adaamaatti balaa ibiddaa konkolaataa mudateen lubbuun namoota 4 darbeera.
Ogeessi…
Aadde Adaanachi ijaarsa Addababayii Lammii Kuraa eegalchiisan
Finfinnee, Amajjii 9, 2015 (FBC) – Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanachi Abeebeen Addabaabayii Masqalaatti aanee isa 2ffaa kan ta’e ijaarsa Addababayii Lammii Kuraa…
Ministeerichi Gamtaa Ogummaafi Teekinika Chaayinaa- Afrikaa waliin qindoominaan hojjechuuf waliigale
Finfinnee, Amajjii 8, 2015(FBC)- Ministeerri Hojiifi Ogummaa Gamtaa Ogummaafi Teekinika Chaayinaa- Afrikaa waliin qindoominaan hojjechuuf waliigaltee mallatteesse.
Waliigaltichi…
Liyooneel Meesiin Ityoophiyaatti duula kutaalee hawaasaa qaroo dhabeeyyii deeggaruuf taasifamutti…
Finfinnee, Amajjii 8, 2015(FBC)- Taphataa Urjiin Garee Biyyaalessaa Arjentiinaa Liyooneel Meesiin Ityoophiyaatti duula kutaalee hawaasaa qaroo dhabeeyyii deeggaruuf taasifamutti makamuu…
Naannichatti Ayyaanota Kataraafi Cuuphaa karaa nagaan kabajuuf qophiin xumuramuu ibsame
Finfinnee, Amajjii 8, 2015(FBC)- Naannoo Harariitti Ayyaanota Kataraafi Cuuphaa karaa nagaan akka kabajamaniif qophiin taasifamuu Biiroon Bulchiinsaafi Nageenyaa Naannichaa beeksise.…
Kutaa magaalaa Nifaas Silk Laaftootti hoggantoonniifi ogeeyyiin yakka malaammaltummaan shakaman…
Finfinnee, Amajjii 8, 2015(FBC)- Kutaa magaalaa Nifaas Silk Laaftootti hoggantoonnii 2 fi ogeeyyiin 6 yakka malaammaltummaan shakaman to’ataman.
Shakkamtoonni kunneen:-
Obbo Mallas…
Lammiileen kuma 1 fi 171 gara biyyaatti deebi’an
Finfinnee, Amajjii 8, 2015 (FBC)-Lammiileen Ityoophiyaa kuma 1 fi 171 Saa’ud Arabiyaatti rakkoolee garaagaraa keessaa turan Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaatti deebi’aniiru.
Deebitoota…
Ityoophiyaan Emereetota Araba Gamtoomanii waliin walta’iinsi gama maraan qabdu cime itti fufa-MM…
Finfinnee, Amajjii 8, 2015 (FBC)- Muummeen Ministraa Abiy Ahimad Ityoophiyaan Emereetota Araba Gamtoomanii waliin walta’iinsi gama maraan qabdu cimee akka itti fufu ibsan.
Biyyoonni…
Magaalaa Finfinnee fi Shaashamanneetti haala kabaja Ayyaana Cuuphaa ilaalchisee qooda fudhattoota…
Finfinnee, Amajjii 8, 2015 (FBC) – Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee fi Shaashamanneetti haala kabaja Ayyaana Cuuphaa ilaalchisee Abbootii Amantaa fi qaamolee nageenyaa waliin mari’atameera.…
Ayyaana Cuuphaa karaa nagaan kabajuuf hawaasa amantaa fi qaamolee nageenyaa waliin mariin…
Finfinnee, Amajjii 8, 2015 (FBC) – Ayyaana Cuuphaa sodaa nageenyaa tokko malee karaa nagaan kabajuuf hawaasa amantaa fi qaamolee nageenyaa waliin mariin gaggeeffameera.
Bulchiinsi…