Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Warshaa daabboo Shaggar gara Oomishaatti deebisuuf adeemsarra jiraachuu ibsame
Finfinnee, Adoolessa 18, 2015 (FBC) – Warshaa Daabboo Shaggar gara Oomishaatti deebisuuf adeemsarra jiraachuu Midirook Invastimanti Giruuppi beeksise.
Warshichi erga oomisha dhaabee…
Dhaabbileen misoomaa wal sakaaluu osoo hin taane waliin ta’uun waliif gabaa uumuu qabu –…
Finfinnee, Adoolessa 18, 2015 (FBC) – Dhaabbileen misoomaa wal sakaaluu osoo hin taane waliin ta'uun waliif gabaa uumuu qabu jedhan Itti Aanaan Pireezidaantii mootummaa naannoo Oromiyaa Obbo…
Manni Maree naannichaa muudamootaa fi Ajandaalee dhiyaatan raggaasisuun xumurame
Finfinnee, Adoolessa 18, 2015 (FBC) – Manni Maree naannoo Beenishaanguul Gumuz yaa'ii idilee 16ffaa gaggeessaa ture muudamootaa fi Ajandaalee dhiyaatan raggaasisuun xumureera.
Manni…
Barattootni Saayinsii Hawaasaa tilmaamaan kuma175 ol ta’an gara mooraa qormaataa seenan -BBO
Finfinnee, Adoolessa 18, 2015 (FBC) – Barattootni Saayinsii Hawaasaa tilmaamaan kuma175 ol ta'an gara mooraa qormaataa seenuu Biiroon Barnootaa Oromiyaa beeksise.
Barattoota Saayinsii…
Oromiyatti Ganna kana biqiltuu avokaadoo miiliyoona 2 caalu dhaabuuf karoorfamee hanga ammaatti…
Finfinnee, Adoolessa 18, 2015 (FBC) – Naannoo Oromiyatti Ganna kana biqiltuu avokaadoo miiliyoona 2 caalu lafa hektaara kuma 6 irra dhaabuuf karoorfamee hanga ammaatti miiliyonni 1.2…
Kaabineen bulchiinsa yeroo naannoo Tigraay Baajata Bara 2016 Birrii biiliyoona 17 ol raggaasiise
Finfinnee, Adoolessa 18, 2015 (FBC) – Kaabineen bulchiinsa yeroo naannoo Tigraay Baajata Bara 2016 Birrii biiliyoona 17.3 ol raggaasiiseera.
Kaabineen bulchiinsa yeroo naannichaa walga’ii…
Manni Maree Beenishaangul Gumuz baajata naannichaa Birri biiliyoona 8.4 raggaasise
Finfinnee, Adoolessa 18, 2015 (FBC)- Manni Maree Naannoo Beenishaangul Gumuz baajataa bara 2016 naannichaa Birrii biiliyoona 8 fi miiliyoona 432 fi kuma 778 fi 184 raggaasiseera.
Baajata…
Iluu Abbaa Booritti oomisha Ruuzii kuntaala miiliyoona 7.1 argachuuf hojjetamaa jira
Finfinnee, Adoolessa 18, 2015 (FBC)- Godina Iluu Abbaa Booritti oomisha misoomaa Ruuziitiin oomisha kuntaala miliyoona 7.1 argachuuf hojjetamaa jiraachuun ibsame.
Jilli Hogganaa Biiroo…
Yuunivarsiitiiwwan bara 2016’tti ergamaa fi damee xiyyeeffannoon kennameefii adda ba’aniin hojiitti…
Finfinnee, Adoolessa 18, 2015 (FBC) – Yuunivarsiitiiwwan bara 2016’tti ergamaa fi damee xiyyeeffannoon kennameefii adda ba’aniin hojiitti kan seenan ta’uu Ministeerri Barnootaa beeksiseera.…
Koomishinar Lalisee Nameen Ambaasaaddara Siwiizaarlandi waliin mari’atan
Finfinnee, Adoolessa 18, 2015 (FBC)- Koomishinaarri Koomiishinii Invastimantii Ityoophiyaa Lalisee Nameen, Ambaasaaddara Siwiizaarland Taamaraa Moonaa waliin mari’atan.
Mariin isaanii…