Browsing Category
Oduu biyya keessaa
MM Dooktar Abiy Ahimad Walga’ii dureewwan biyyoota Afrikaa fi Xaaliyaanii irratti hirmaatan
Finfinnee, Adoolessaa 17, 2015 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Walga’ii dureewwan Xaaliyaanii, Jibuutii, Somaaliyaa fi Keeniyaarratti hirmaataniiru.
Walga’ichi…
Jilli Obbo Dammaqaa Mokonniin durfamu Taanzaaniyaa gale
Finfinnee, Adoolessaa 17, 2015 (FBC)- Gareen Jilaa Ittaanaa Muummee Ministiraa fi Ministira Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Mokonniniin durfamu Taanzaaniyaa Daaresalaamiin galeera.
Jilichi…
Xaa’oon karaa seeraan alaa daddabarfamaa ture to’atame
Finfinnee, Adoolessa 17, 2015 (FBC) – Xaa’oon biyyoo karaa seeraan alaa daddabarfamaa ture kuntaalli 400 to’atamuu ibsameera.
Xaa’oon biyyoo karaa seeraan alaa Jibuutii ka’uun gara…
Dilbii qabnu barree, ariitii, qulqullinaafi baayyinaan hojjechuun, badhaadhina hawwinu ni…
Finfinnee, Adoolessa 17, 2015 (FBC) – Dilbii qabnu barree, ariitii, qulqullinaafi baayyinaan hojjechuun, badhaadhina hawwinu ni dhugoomsina jedhan Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa…
Pireezidanti Shimallis Inisheetiivii Ruuzii eegalchiisan
Finfinnee, Adoolessaa 17, 2015 (FBC)- Pireezidaantiin Naannoo Oromiyaa, Obbo Shimallis Abdiisaa Inisheetiivii Ruuzii Godina Buunnoo Beddelleetti eegalchiisan.
Sirna jalqabsiisaa…
Ministeerichi Waajjira Tajaajila Pirojektii DHMG waliin hojjechuuf waligaltee mallattesse
Finfinnee, Adoolessaa 17, 2015 (FBC)- Ministeerri Jaallisii fi Naannawwaa Gammojji Waajjira Tajaajila Pirojektii Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii waliin tumsaan hojjechuuf sanaada…
Himatamtoota Gaambeellaatti lammiilee nagaa ajjeesuun himataman 15 irratti ragaa dhaggeeffachuuf…
Finfinnee, Adoolessa 17, 2015 (FBC) –Ajjeechaa lammiilee nagaarratti haala suukaneessaan naannoo Gaambeellaatti raawwatameen walqabatee komishinaroota poolisii fi ajajoota humna addaa…
Xaa’oon biyyee meetirik tooniin kumni 20 fi 411 ol biyya keessaatti geejjibsiifame
Finfinnee, Adoolessaa 17, 2015 (FBC)- gGuyyaa kaleessaa xaa’oon biyyee meetirik tooniin kumni 20 fi 411 ol gara biyyaatti geejjibsiifamuun eerame.
Xaa’ichi konkolaattoota 439 fi baaburaan…
Kooriyaan Kibbaa Ityoophiyaaf deeggarsa dabalataa Doolaara miiliyoona 1.5 taasiste
Finfinnee, Adoolessaa 17, 2015 (FBC)- Kooriyaan Kibbaa Ityoophiyaatti deeggarsaa namoomaaf kutaalee hawaasaa garaagaraaf kan oolu deeggarsa dabalataa Doolaara miiliyoona 1.5 taasiste…
Manni Maree Naannoo Afaar yaa’ii idilee gaggeessuu eegale
Finfinnee, Adoolessa 17, 2015 (FBC) – Manni Maree Naannoo Afaar yaa’ii idilee gaggeessuu eegaleera.
Pireezidaantiin naannichaa Obbo Awwal Aarbaan gabaasa raawwii hojii bara baajataa 2015…