Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Boruu keenya har’a haa ijaarru – Pireezidaanti Shimallis
Finfinnee, Amajjii 7, 2015 (FBC) - Boruu keenya har’a haa ijaarru jedhan Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan.
Pireezidaanti Shimallis,biyyi walharkaa…
Jilli Obbo Kaasaahuun Gofeen durfamu Ministira Daldalaafi Turizimii Jibuutii waliin mari’ate
Finfinnee, Amajjii 7, 2015 (FBC) – Jilli Ministir Deetaa Ministeera Daldalaafi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa Obbo Kaasaahuun Gofeen durfamu Ministira Ministeera Daldalaafi Turizimii…
Ambaasaaddaroonni Gamoo Faasil daawwatan
Finfinnee, Amajjii 7, 2015 (FBC) – Ambaasaaddaroonni biyyoota garaagaraarratti Ityoophiyaa bakka bu’an magaalaa Goondaritti Gamoo Faasil daawwatan.
Ambaasaaddaroonni kunneen biyyoota…
Kutaan magaalaa Gullalleefi Bulchiinsi magaalaa Shaggar ayyaanni Cuuphaa karaan nagaan akka…
Finfinnee, Amajjii 7, 2015 (FBC) – Kutaan magaalaa Gullalleefi Bulchiinsi magaalaa Shaggar ayyaanni Cuuphaa karaan nagaan akka kabajamuuf waliin kan hojjetan ta’uu ibsameera.
Waltajjiin…
Magaalichatti Ayyaanni Cuuphaa karaa nagaan akka kabajamuuf qaamolee dhimmatootaa waliin hojjetamaa…
Finfinnee, Amajjii 7, 2015 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti Ayyaanni kataraafi Cuuphaa karaa nagaan akka kabajamuuf qaamolee dhimmatootaa waliin qindoominaan hojjetamaa jiraachuu Biiroon…
Hoggantoonni olaanoon naannichaa haala yeroo biyyaalessaarratti mari’achaa jiru
Finfinnee, Amajjii 7, 2015 (FBC) – Hoggantoonni olaanoofi giddugaleessaa naannoo Sidaamaa haala yeroo naannoofi biyyaalessaarratti mari’achaa jiraachuu ibsame.
Af-Yaa’iin Mana Maree Bakka…
Hawaasni keessummoota Cuuphaa duudhaa Ityoophiyummaan akka keessummeessan waamichi dhiyaate
Finfinnee, Amajjii 7, 2015 (FBC) – Naannawaa Ayyaanni Cuuphaa kabajamutti kutaaleen hawaasaa keessummoota ayyaanichaa duudhaa Ityoophiyummaan akka keessummeessan Ministeerri Tuuriizimii…
Ambaasaaddaroonni pirojektii Gorgoraa daawwatan
Finfinnee, Amajjii 7, 2015 (FBC)–Biyyoota garaagaraatti Ityoophiyaa kan bakka bu'aan Ambaasaaddaroonni qaama pirojektii 'Maaddii Biyyaaf' kan ta'e pirojektii Gorgoraa daawwataniiru.…
Finfinnee fi naannawaasheetti hokkara uumuuf kanneen socho’aa turan to’ataman
Finfinnee, Amajjii 6, 2015 (FBC) – Magaalaa Finfinnee fi naannawaa isheetti hokkaraa fi jeequmsa uumuuf kan turan humnoonni farra nageenyaa to'amnoo jala oolfamuu Humni Waloon Tikaa fi…
Aadde Adaanech Pirojektoota guyyoota 90 Kutaa magaala Lammii Kuraa Daawwatan
Finfinnee, Amajjii 6, 2015 (FBC)- Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee Kutaa Magaalaa Lammii Kuraatti pirojektoota guyyoota 90 hojjetamaa jiran daawwataniiru.…