Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Doolaara miiliyoona 730’n fooyyessi sarara Finfinnee-Jibuutii taasifamuufi
Finfinnee, Adoolessa 14, 2015 (FBC)- Sarara Finfinnee-Jibuutii irratti fooyya'iinsi olaanaan Doolaara miiliyoona 730’ taasifamuufi jedhame.
Kunis walitti hidhamiinsaa Gaanfaa Afrikaa fi…
Boorana Bahaatti oomishni Qonna Arfaasaa walitti qabamaa jira
Finfinnee, Adoolessa 14, 2015 (FBC)- Godina Boorana Bahaatti Qonna Arfaasaatiin misoomee walitti qabamaa jiraachuun eerame.
Godinichaatti Qonna Arfaasaa baranaan lafti heektaarri kuma 111…
MM Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Yuukireen waliin bilbilaan mari’atan
Finfinnee, Adoolessa 13, 2015 (FBC)- Muummeen ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Yuukireen Voloodmiir Zalaniskii waliin mari’ataniiru.
Dooktar Abiy Ahimad gama miidiyaa…
Biqiltuuwwan dhaabaman hordofuun itti gaafatama lammiilee Ityoophiyaa hundaati-Mootummaa
Finfinnee, Adoolessa 13, 2015 (FBC)- Biqiltuuwwan dhaabaman hordofuun itti gaafatama lammiilee Ityoophiyaa hundarraa eegamu ta’uu Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa ibse.
Tajaajilichi…
Gabaasa garee supparvizhiinii Naannoo Oromiyaarratti mari’atame
Finfinnee, Adoolessa 13, 2015 (FBC)- Gabaasa Gareen Hordoffii fi deeggarsaa federaalaa Naannoo Oromiyaatti taasise ilaalchisee mariin gaggeeffameera.
Pireezidaantiin Naannoo Oromiyaa Obbo…
Eebbifamtoonni ogummaa gonfataniin dhalootaaf karaa akka ta’an mootummaan haala ni mijeessa…
Finfinnee, Adoolessa 13, 2015 (FBC)-Eebbifamtoonni ogummaa gonfataniin carraa hojii uumuun dhalootaf karaa akka ta’an mootummaan haala kan mijeessu ta’uu Pireezidaantiin FDRI Saahilawarqi…
Siidaan Artist Alii Birraa Magaalaa Adaamaatti ijaarame eebbifame
Finfinnee, Adoolessa 13, 2015 (FBC)- Siidaan Dooktara Kabajaa Artist Alii Birraa Magalaaa Adaamaatti ijaarame eebbifameera.
Sirna eebbichaarratti Afyaa'iin Caffee Oromiyaa Aadde Sa'aadaa…
Artisti Ijjigaayyoo Shibaabbaaf (Jiijii) Dooktireetiin Kabajaa kenname
Finfinnee, Adoolessa 13, 2015 (FBC)-Yuunivarsiitiin Injibaaraa Artiistii Ijjigaayyoo Shibaabbaaf Dooktireetii Kabajaa kenneera.
Yuunivarsiistichi guyya har'aa barattootaa damee barnoota…
Yuunivarsiitiiwwan Salaalee, Odaa Bultum, Madda Walaabuu, Wallaggaa barattoota eebbisiisan
Finfinnee, Adoolessa 13, 2015 (FBC)- Yuunivarsiitiiwwan Wallaggaa, Salalee, Odaa Bultum, Madda Walabuu barattootaa dameewwan barnoota garaagaraan barsiisaa turaan eebbisiisaniiru.…
Umrii 65’tti Maanguddoo barnootaan eebbifaman
Finfinnee, Adoolessa 13, 2015 (FBC)- Barsiistuu Yemaariyaamwarqi Tsagaayee jedhamu.
Waggoota dheeraaf barsiisummaan tajaajilaa turuu dubbatu.
Barsiistuu Yemaariyaamwarqi Tsaggaayee,…