Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Giddugalli Ga’umsa Ogummaa Miidiyaa hojii eegale
Finfinnee, Onkoloolessa 6, 2018 (FMC) - Abbaan Taa’itaa Miidiyaalee Itiyophiyaa aangoo labsiin kennameef bu’uureffachuun dandeettii miidiyaalee biyyattii guddisuuf Giddugalli Ga’umsa…
Itiyoophiyaan sirni maallaqaa addunyaa haqa qabeessaafi hammataa akka ta’uuf waamicha dhiyeessite
Finfinnee, Onkoloolessa 6, 2018(FMC)- Itiyoophiyaan sirni maallaqaa addunyaa misooma waaraa biyyoota guddachaa jiranii kan bu’uureffate fi haqa qabeessaa akka ta’uuf waamicha dhiyeessite.…
Tumsi dhaabbilee bayyanachuu Itiyoophiyaa keessatti gahee olaanaa qaba- Diyaaqon Daani’eel Kibrat
Finfinnee, Onkoloolessa 6, 2018( FMC)- Tumsi dhaabbilee bayyanachuu Itiyoophiyaa keessatti gahee olaanaa qaba jedhan Ministirri Gorsaa Dhimmoota Hawaasummaa Ministira Muummeefi Walitti…
Naannawichatti galmoonni Baankii Addunyaa tumsa Itiyoophiyaa malee milkaa’uu hin danda’an-…
Finfinnee, Onkoloolessa 6, 2018( FMC)- Naannawichatti galmoonni Baankii Addunyaa tumsa Itiyoophiyaa malee milkaa’uu hin danda’an jedhan Naannawaa Bahaafi Kibba Afrikaatti Pirezidaantii Itti…
Dhaabbanni Qonna Addunyaa Inisheetivii Ashaaraa magariisaa Itiyoophiyaaf beekamtii kenne
Finfinnee, Onkololeessa 5, 2018 (FMC) – Mootummoota Gamtoomanii jalatti kan argamu Dhaabbanni Qonna Addunyaa Inisheetivii Ashaaraa magariisaa Itiyoophiyaaf beekamtii kenneera.
Ministirri…
Damee Loojistiksii fi Maritaayimiin humna namaa ga’umsa qabu horachuun murteessaadha – Dooktar…
Finfinnee, Onkololeessa 5, 2018(FMC) – Afrikaatti damee Loojistiksii fi Maritaayimiin humna namaa ga’umsa qabu horachuun murteessaadha jedhan Ministirri Ministeera Geejjibaa fi Loojistiksii…
Humni Qilleensaa dirqama kamiiyyuu ga’umsaan raawwachuuf qophummaa olaanaa qaba – L/J Yilmaa…
Finfinnee, Onkololeessa 5, 2018(FMC) – Humni Qilleensaa Itiyoophiyaa dirqama kamiiyyuu ga’umsaan raawwachuuf qophummaa olaanaarratti argama jedhan Ajajaa Olaanaan Humna Qilleensichaa…
Du’aan boqochuu Raayilaa Odiingaa hordofee Dooktar Abiy Ahimad ergaa gaddaa dabarsan
Finfinnee, Onkoloolessa 5, 2018(FMC)- Du’aan boqochuu Ministira Muummee duraanii Keeniyaa Raayilaa Odiingaa hordofee Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ergaa gaddaa dabarsaniiru.…
Pirezidaanti Taayyee Atsqasillaaseen xalayaa muudamaa ambaasaaddaroota biyyoota 14 simatan
Finfinnee, Onkoloolessa 4, 2018(FMC) - Pirezidaanti Taayyee Atsqasillaaseen xalayaa muudamaa ambaasaaddaroota biyyoota 14 haaraa muudamanii masaraa biyyaalessaatti simatan.
Pirezidaanti…
Ministirri Maallaqaa Ahimad Shidee Daayreekteera Fandii Kuweet waliin mari’atan
Finfinnee,Onkoloolessa 4, 2018 (FMC) – Ministirri Maallaqaa Ahimad Shidee yaa’ii Dhaabbata Maallaqaa Idil Addunyaa cinatti Daayreektera eeggataa Fandii Kuweet Waaliid Al Bahaar waliin…