Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Guyyaan idil addunyaa hararii Tooroontootti kabajamaa jira
Finfinnee, Waxabajjii 30, 2015 (FBC) – Guyyaan idil addunyaa Hararii Kaanaadaa Tooroontootti kabajamaa jira.
Sirna kabajichaarratti Pireezidaantii naannoo Hararii Obbo Ordiin Badirii…
Hariiroon Ityoophiyaa fi Jibuutii hiikoo addaa qaba – Pireezidaanti Saahilawarqi
Finfinnee, Waxabajjii 29, 2015 (FBC) – Hariiroon Ityoophiyaa fi Jibuutii hiikoo addaa qabaachuu Pireezidaantiin FDRI Saahilawarqi Zawdeen ibsan.
Pireezidaanti Saahilawarq Jila…
Hojjettoonni Abbaa Taayitaa Bunaaf Shaayi 15 yakka malaammaltummaan shakkamuun to’ataman
Finfinnee, Waxabajjii 29, 2015 (FBC) – Hojjettoonni Abbaa Taayitaa Bunaaf Shaayi keellawwan garaagaraarra hojjetan 15 yakka malaammaltummaan shakkamuun to'annoo jala ooluu ibsame.
Eeruu…
Ambootti Pirojektoonni garaagaraa 41 Birrii miiliyoona 327’n ijaaraman eebbifaman
Finfinnee, Waxabajjii 29, 2015 (FBC)- Bulchiinsaa Magaalaa Ambootti Pirojektoonni 41 Birrii miiliyoona 327’n ijaaraman xumuramuun eebbifamaniiru.
Sirna eebbicharratti Miseensi Caffee fi…
Baaleetti abbootiin qabeenyaa kaappitaala Birrii biiliyoona 2.2 galmeessisan invastimantiirratti…
Finfinnee, Waxabajjii 29, 2015 (FBC)- Godina Baaleetti abbootiin qabeenyaa kaappitaala Birrii biiliyoona 2.2 galmeessisan 262 dameelee invastimantii garaagaraarratti hojjataa jiraachuu…
Gaaffiilee hawaasummaa fi bu’uuraalee misoomaa lammmiilee deebisuuf hojjetama jira-Obbo Kadir Juhaar
Finfinnee, Waxabajji, 29, 2015 (FBC)- Mootummaan gaaffiilee hawaasumma fi bu’uuraalee misoomaa lammiileef deebii laachuuf karoora damee hedduu bocuun socho’aa jiraachuu Kantiibaan Magaalaa…
Rakkoolee jiran adeemsa maree biyyaaleessaan furuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jira – Dooktar Abiy…
Finfinnee, Waxabajjii 29, 2015 (FBC) – Rakkoolee jiran adeemsa maree biyyaaleessaan furuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jiraachuu Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad ibsaniiru.…
Warshaan Nooraa Magaalaa Gudaritti ijaraame eebbifaman
Finfinnee, Waxabajjii 29, 2015 (FBC) – Jilli Hoggannaa Biiroo Qonnaa Oromiyaa Obbo Geetuu Gammachuun durfamuu Warshaa Nooraa Godina Shawaa Lixaa Aanaa Tokkee Kuttaayee Magaalaa Gudaritti…
Baajatni bara 2016 Birrii Biiliyoona 801.65 ta’uun ragga’e
Finfinnee, Waxabajjii 29, 2015 (FBC)- Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa Wixinee baajataa bara 2016 Birrii biiliyoona 801.65 raggaasise.
Manni marichaa walga’ii Idilaa har’a gaggeesseen…
Guddinni diinagdee Ityoophiyaa qabatamaan kan mul’atudha- Dr. Abiy Ahimad
Finfinnee, Waxabajjii 29, 2015 (FBC)-Guddinni Diinagdee Ityoophiyaa raagaa saayinsaawaa ogeeyyiin kaa’amuu cinatti guddina qabatamaan mul’atu ta’uu Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy…