Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Manni Maree Finfinnee yaa’ii idilee 2ffaa bara hojii 4ffaa gaggeessaa jira
Finfinnee, Adoolessa 1, 2015 (FBC)- Manni Maree Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee yaa’ii idilee 2ffaa bara hojii 4ffaa fi xumuura bara bajataa gaggeessaa jira.
Manni marichaa yaa’ii guyyoota…
Diyaaspooraan Oromoo hojiilee misoomaa daawwatan
Finfinnee, Adoolessa 1, 2015 (FBC)- Bakka bu’oonni hawaasa diyaaspooraa Oromoo hojiilee misoomaa Naannoo Oromiyaa fi Finfinneetti hojjetamaa jiran daawwataniiru.
Hirmaattonni…
Dooktar Yiliqal Kaffalaan hojiilee haroomsa manneen harka qaleeyyii eegalchiisan
Finfinnee, Adoolessa 1, 2015 (FBC)- Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Amaaraa Dooktar Yiliqal Kaffalaan hojiilee haroomsa manneen harka qaleeyyii eegalchiisaniiru.
Sirnicharratti Dooktar…
Obbo Dammaqaan Ittaantuu Koomishinira Gamtaa Afrikaa waliin mari’atan
Finfinnee, Waxabajjii 30, 2015 (FBC)-Ittaanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Mokonniin Ittaantuu Koomishinaraa Koomishinii Gamtaa Afrikaa Mooniik…
Pirojektonni misoomaa fayyadamummaa hawaasaa akka mirkaneessan xiyyeeffannaan hojjetamaa jira-Pir.…
Finfinnee, Waxabajjii 30, 2015 (FBC)- Piroojeektonni misoomaa Naannoo Oromiyaatti hojjetaman rakkoo hawaas-diinagdee ummata keenyaa kan hiikanii fi fayyadamummaa hawaasaa kan mirkaneessan…
Abbootiin qabeenyaa Poorchugaal misooma Paarkii Indaastirii fi Daldala naannawaa bilisaa Dirre…
Finfinnee, Waxabajjii 30, 2015 (FBC) – Abbootiin qabeenyaa Poorchugaal misooma Paarkii Indaastirii fi Daldala naannawaa bilisaa Dirre Dhaawwarratti akka hirmaatan Korporeeshiniin Misooma…
Waldaan misooma Oromiyaa callaqqee Tokkummaa Uummata Oromooti – Obbo Awwaluu Abdii
Finfinnee, Waxabajjii 30, 2015 (FBC) – Waldaan misooma Oromiyaa callaqqee Tokkummaa Uummata Oromoo ta’uu Itti Aanaan Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu Abdiin ibsaniiru.…
Magaalaa Hoolataatti Piroojektoonni garaagaraa eebbifaman
Finfinnee, Waxabajjii 30, 2015 (FBC) –Magaalaa Hoolataatti pirojektoonni misoomaa 21 Birrii miiliyoona 140 hojjetaman eebbifamaniiru.
Jilli Hooggantuu Biiroo Bishaanii fi Inarjii Oromiyaa…
Naannoo Tigraayitti yeroon kaffaltii gibiraa baatii sadiif dheerate
Finfinnee, Waxabajjii 30, 2015 (FBC)- Kaabineen Bulchiinsa Yeroo Naannoo Tigraay walga’ii idilee gaggeesseen haala yeroo naannichaa tilamaama keessa galchuun murtoowwna garaagaraa…
Ijaarsa Pirojektii Sirna Lakkooftuuf waliigalteen mallatteeffame
Finfinnee, Waxabajjii 30, 2015 (FBC)-Teeknooloojii lakkooftuu elektirikii kaffaltii duraa wagootaa 15 tajaajila kennaa ture Ismaarti taasisuu fi teeknooloojii ‘STS Talk’ jedhamuun bakka…