Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dargaggoonni tola ooltoota daangaa ce’oo Harariitti hojiilee tola oltuummaa gaggeessan
Finfinnee, Waxabajjii 28, 2015 (FBC)- Dargaggoonni Tola Ooltotaa Daangaa Ce’oo Biyyaaleessaa Naannoo Harariitti hojiilee tola oltuummaa garaagaraa gaggeessaaniiru.
Dargaggoonni kunneen…
“Ummatoonni Kibbaa Ityoophiyaa” Naannoo 12ffaa akka ta’u murtaa’e
Finfinnee, Waxabajjii 28, 2015 (FBC)- Manni Maree Federeeshinii Naannoo haaraan "Naannoo Ummatoota Kibba Ityoophiyaa" ta’ee akka gurmaa’u murtoo dabarse.
Manni marichaa walga’ii idilee…
Fooramiin dippiloomaasii Ityoo-Jibuutii gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Waxabajjii 28, 2015 (FBC)- Fooramiin dippiloomaasii fi hariiroo ummataa fi ummataa Ityoo-Jibuutii Finfinneetti gaggeeffamaa jira.
Waltajjicharratti Ministir Deetaan Minsteera…
Gamtichi Komiishinii Marii Biyyaleessaa Ityoophiyaaf deeggarsa Doolaara miiliyoona 7 taasise
Finfinnee, Waxabajjii 28, 2015 (FBC)- Gamtaan Awurooppaa Komiishinii Marii Biyyaleessaa Ityoophiyaaf deeggarsa Doolaara miiliyoona 7 taasise
Waliigalteen deeggarsicha Ministir Deetaa…
Pireezidaanti Shimallis Feestivaala Manneen Barnoota Ifa Boruu eegalchiisan
Finfinnee, Waxabajjii 28, 2015 (FBC)- Pireezidaantiin Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan feestivala manneen barnoota Ifa Boruu Bultii Addaa sadaarka 2ffaa fi manneen barnoota sadarkaa…
Manni Maree Federeshinii Gabaasaa Boordii Filannoo Biyyaalessaa dhaggeeffachuu eegale
Finfinnee, Waxabajjii 28, 2015 (FBC)-Manni Maree Federeeshinii, walga’i idilee 2ffaa bara hojii 2ffaa guyyaa har’aa gaggeessaa jiruun, gabaasaa Boordiin Filannoo Biyyaalessaa murtee ummataa…
Naannoo Tigraayitti qormaanni sadarkaa naannoo kutaa 8ffaa boruu eegalee ni kennama jedhame
Finfinnee, Waxabajjii 27, 2015 (FBC) – Naannoo Tigraayitti qormaanni sadarkaa naannoo kutaa 8ffaa boruu eegalee kan kennamu ta'uu Biiroon Barnootaa Bulchiinsa yeroo naannichaa beeksise.…
Jilli dippiloomaasii Jibuutii magaalaa Shaggar gale
Finfinnee, Waxabajjii 27, 2015 (FBC) – Daandii Baaburaa Ityoo -Jibutiin imalee kan dhufe Jilli dippiloomaasii Jibuutii magaalaa Shaggar galeera.
Jilli dippiloomaasii Ministir Deetaa…
Preezidaanti Saahilawarqi miseensota Koree Boordii Federeeshinii Qaxxaamura Diimaa fi Addeessaa idil…
Finfinnee, Waxabajjii 27, 2015 (FBC) – Preezidaantiin FDRI Saahilawarqi Zawdeen miseensota Koree Qorannoo Boordii Federeeshinii Qaxxaamura Diimaa fi Addeessa Diimaa idil addunyaa waliin…
Jilli Ministir Deetaa Ministeera dhimma biyya keessaa Jibuutii Siraaj Umariin durfamu Magaalaa…
Finfinnee, Waxabajjii 27, 2015 (FBC) – Jilli Ministir Deetaa Ministeera dhimma biyya keessaa Jibuutii Siraaj Umariin durfamu Magaalaa Adaamaa galeera.
Jilichi wayita magaalaa Adaamaa ga’u…