Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Pirejektoonni biyyaalessaa eegalaman olka’iinsa alaabaa keenyaa kan dabalanidha- TKM
Finfinnee, Onkoloolessa 3, 2018(FMC) – Pirejektoonni biyyaalessaa xumuramaniifi eegalaman olka’iinsa alaabaa keenyaa kan dabalanidha jedhe Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa.
Guyyaan…
Itiyoophiyaan ilaalcha bara gita bittaa Ijipt laga Naayil irratti calaqisiistu kufaa taasiste
Finfinnee, Onkoloolessa 3, 2018(FMC) – Itiyoophiyaan ilaalcha bara gita bittaa tumsa Afrikaanotaa faallessu Ijipt laga Naayil irratti calaqisiistu fudhatama hin qabu jechuun kufaa taasiste.…
Naannoo Afaar aanaa Koonaabaatti Kirkirri lafaa manneen 500 ol miidhe
Finfinnee, Onkoloolessa 3, 2018(FMC) – Kirkirri lafaa naannoo Afaar aanaa Koonaabaatti mudate manneen 500 ol irra miidhaa qaqqabsiise.
Bulchaan Aanichaa obbo Mahaammad Yaahiyyaa Faanaa…
Tajaajili Odeeffannoo fi Nageenyaa Biyyaalessaa guyyaa alaabaa kabaje
Finfinnee, Onkoloolessa 3, 2018 (FMC) – Tajaajili Odeeffannoo fi Nageenyaa Biyyaalessaa guyyaa alaabaa Biyyaalessaa 18ffaa sagantaalee garaagaraan kabajeera.
Guyyicha bakka hoggantoonni…
Guyyaan alaabaa Imbaasiiwwan garaagaraatti kabajame
Finfinnee, Onkoloolessa 3, 2018(FMC) - Guyyaan Alaabaa Biyyaalessaa Imbaasiiwwan garaagaraatti kabajameera.
Imbaasiiwwan fi waajjiraalee qontsilaa Itiyoophiyaa biyyoota Chaayinaa,…
Magaalaa Finfinneetti guyyaan Alaabaa kabajame
Finfinnee, Onkoloolessa 3, 2018(FMC) – Bulchiinsa magaalaa Finfinneetti guyyaan alaabaa marsaa 18ffaan Yaadannoo Injifannoo Adwaatti sirnoota garaagaraan kabajameera.
Sagantaa kanarratti…
Alaabaan keenya aasxaa imala olkaa’iinsa keenyaa ti – Afyaa’ii Taaggasee caafoo
Finfinnee, onkoloolessa 3, 2018(FMC) - Alaabaan keenya addunyaa irratti dhiibbaa gochuu danda’uu keenya kan ittiin mul’isnu aasxaa imala olka’iinsaa keenyaa ti jedhan Af-yaa’ii Taaggasee…
Dhaloonni har’aa olka’iinsa Itiyoophiyaa dhugoomsuuf cichoominaan hojjechuu qaba- Aadde Sa’aadaa…
Finfinnee, Onkoloolessa 3, 2018(FMC) – Af-yaa’iin Caffee Oromiyaa aadde Sa’aadaa Abdurahmaan dhaloonni har'aa carraa argatanitti fayyadamuun olka'iinsaa Itiyoophiyaa dhugoomsuuf cichoominaan…
Guyyaan Alaabaa kabajamaa jira
Finfinnee, Onkoloolessa 3, 2018(FMC)- Guyyaan Alaabaa 18ffaan guutuu biyyattiitti sirnoota garaagaraan kabajamaa jira.
Guyyichi mata duree “Alaabaan Keenya bara misiraachoo olka’iinsa…
Milkaa’inoonni keenya olka’iinsa Alaabaa keenyaa kan dabalanidha- TKM
Finfinnee, Onkoloolessa 3, 2018( FMC)- Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa milkaa’inoonni keenya olka’iinsa Alaabaa keenyaa kan dabalanidha jedhe.
Tajaajilichi guyyaa Alaabaa…