Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ganni dursee waan seeneef lagni Awaash guutee miidhaa akka hingeessisne hojiilee ittisaa gaggeeffama…
Finfinnee, Caamsaa 23, 2015 (FBC)- Waqtiin Ganna dursee waan seeneef Lagni Awaash guutee miidhaa akka hingeessisne hojiileen ittisaa garaagaraa gaggeeffama jiraachuu Ministeerri Bishaanii fi…
Paartiin Badhaadhinaa hoggansa cimaa fi fudhatamaa qabuun hojiilee ijaarsaa biyyaa saffisisan…
Finfinnee, Caamsaa 23, 2015 (FBC)- Paartiin Badhaadhinaa hoggansaa cimaa fi fudhatama qabuun hojiilee ijaarsaa biyyaa saffisiisan raawwachuu Itti Aanaan Pireezidaantii Paartichaa Obbo Adam…
Paarkiiwwan indaastirii hirmaannaa Sagantaa Ashaaraa magariisaa keessatti qaban cimsuuf hojjetamaa…
Finfinnee, Caamsaa 23, 2015 (FBC)- Paarkiiwwan indaastirii hirmaannaa Sagantaa Ashaaraa Magariisaa keessatti qaban cimsuu fi guddisuuf xiyyeeffannaan hojjetamaa jiraachuu Koorporeeshiniin…
Fiilmiin “Malanyoochuu” hojiilee Poolisii Federaalaa argisiisu eebbifame
Finfinnee, Caamsaa 23, 2015 (FBC)- Fiilmiin dookumantarii Poolisiin Federaalaa ummata tajaajiluuf hojiilee hojjetu ka’umsaa taasifachuun hojjetamee fi mata duree “Malanyoochuu” jedhuun…
Ityoophiyaa fi Xaaliyaaniin waliigaltee deeggarsa Yuuroo miiliyoona 7.6 mallatteessan
Finfinnee, Caamsaa 23, 2015 (FBC)- Ityoophiyaa fi Xaaliyaaniin waliigaltee deeggarsa Yuuroo miiliyoona 7.6 mallatteessaniiru
Waliigaltechaas Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Xaaliyaanii…
Tajaajillichi eegdota rippaabilikanii fi qondaaltota mana hojichaa leenjisaa ture eebbisiise
Finfinnee, Caamsaa 23, 2015 (FBC)- Tajaajilli Nageenya Odeeffannoo Biyyaalessaa eegdota rippaabilikanii fi qondaaltota mana hojichaa, tajaajila eegumsa, qondaaltota nageenyaa balalii fi…
Ityoophiyaa fi Xaaliyaaniin waliigaltee deeggarsa Yuuroo miiliyoona 7.6 mallatteessan
Finfinnee, Caamsaa 23, 2015 (FBC)- Ityoophiyaa fi Xaaliyaaniin waliigaltee deeggarsa Yuuroo miiliyoona 7.6 mallatteessaniiru
Waliigaltechaas Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Xaaliyaanii…
Bishaan kuusuun malaan yoo itti fayyadamne yeroo rakkinaa dandamachuu ni dandeenya-MM Abiy Ahimad
Finfinnee, Caamsaa 23, 2015 (FBC)- Bishaan kuusuudhaan malaan yoo itti fayyadamne yeroo rakkinaa dandamachuu ni dandeenya jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad.
Muummeen ministiraa…
Jilli Naannoo Somaalee Argisiisa Qonnaa Goda-Hambaa Saayinsitti qophaa’e daawwate
Finfinnee, Caamsaa 23, 2015 (FBC)- Jilli Ittaanaa Pireezidaantii Naannoo Somaalee Obbo Ibraahim Usmaaniin durfamu argisiisa Qonnaa Goda Hambaa Saayinsitti qophaa’e daawwataniiru.…
Yuunivarsitiin Finfinnee fi ItyooTeeleekoom Sanadaa waliigaltee mallateessan
Finfinnee, Caamsaa 23, 2015 (FBC)- Yuunivarsitiin Finfinnee fi ItyooTeeleekoom dhiyeessii tajaajila qunnamsistuu fi dijiitaala tumsaa tarsiimawaaf waliigaltee mallateessan.
Waliigalteecha…