Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Biyyoonni carraa gaarii naannawaa Saayibariirraa faayidaa waaraawaa argachuuf dandeettii dhaloota…
Finfinnee, Caamsaa 24, 2015 (FBC) – Biyyoonni carraa gaarii naannawaan Saayibarii uumeerraa faayidaa waaraawaa argachuuf dandeettii dhaloota ijaaruurratti hojjechuu akka qaban Bulchiinsi…
Naannichatti qonna gannaan lafa heektaara miiliyoona 7.4 sanyiin uwwisuuf hojjetamaa jira – BQO
Finfinnee, Caamsaa 24, 2015 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti qonna gannaa bara kanaan lafa heektaara miiliyoona 7.4 sanyiin uwwisuuf hojjetamaa jiraachuu Biiroon Qonnaa Oromiyaa beeksisee.…
Finfinneetti gurgurtaan sanada caalbasii lafa mana jireenyaa fi iddoolee misoomaa xumurame
Finfinnee, Caamsaa 24, 2015 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti gurgurtaan sanada caalbaasii lafa mana jireenyaa fi iddoolee misoomaa raawwatamaa ture xumuramuun caalbaasiin dhiyaate ifatti…
Poolisiin qaamolee itti yaadanii odeeffannoo sobaa tamsaasanirratti tarkaanfii fudhachuu cimsee kan…
Finfinnee, Caamsaa 24, 2015 (FBC) – Poolisiin Federaalaa qaamolee itti yaadanii odeeffannoo sobaa tamsaasanirratti tarkaanfii fudhachuu cimsee kan itti fufu ta’uu beeksiseera.
Jijjiirama…
Naannoon Hararii qaala’iinsa jireenyaa ittisuu fi carraa hojii umuuratti xiyyeeffannoon hojjetaa…
Finfinnee, Caamsaa 24, 2015 (FBC) – Naannoon Hararii qaala’iinsa jireenyaa ittisuu fi carraa hojii umuuratti xiyyeeffannoon hojjetaa jiraachuu Paartiin Badhaadhinaa naannichaa beeksise.…
Hoggantoonni Olaanoo Mootummaa Federaalaa argisiisa Qonnaa Gola Hambaa Saayinsitti qophaa’e…
Finfinnee, Caamsaa 24, 2015 (FBC) - Hoggantoonni Olaanoo Mootummaa Federaalaa fi naannolee argisiisa Qonnaa Gola Hambaa Saayinsitti qophaa’e daawwataniiru.
Daawwanicharratti Ministira…
Mootummaan Naannoo Ummattoota Kibba Lixa Ityoophiyaa Riizoortii Halaalaa Keellaa ifatti fudhate
Finfinnee, Caamsaa 24, 2015 (FBC) – Piroojektii Maaddiin dhalootaaf Muummee Ministiraan hojjetamaa jiran keessaa qaama tokko kan ta’e Riizoortiin Halaalaa Keellaa Mootummaa Naannoo…
Waltajjiin hundeeffama Mana Maree Daldalafi waldaalee seektara Magaalaa Shaggar gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Caamsaa 24, 2015 (FBC) – Waltajjiin hundeeffama Mana Maree Daldalafi waldaalee seektara Magaalaa Shaggar gaggeeffamaa jiraachuu ibsameera.
Sirna hundeffamicharratti Kantibaa…
Jimmaatti bajaajiiwwan 355 ol ulaagaa barbaachisu hinguutin socho’aa turan to’ataman
Finfinnee, Caamsaa 23, 2015 (FBC)- Magalaa Jimmaatti baajaajiiwwan ulaagaa barbaachiisuu osoo hinguuttatiin socho'aa turan 355 ol to'achuu Eejensi Geejjibaa Magaalaa Jimmaa beeksise.…
Ganni dursee waan seeneef lagni Awaash guutee miidhaa akka hingeessisne hojiilee ittisaa gaggeeffama…
Finfinnee, Caamsaa 23, 2015 (FBC)- Waqtiin Ganna dursee waan seeneef Lagni Awaash guutee miidhaa akka hingeessisne hojiileen ittisaa garaagaraa gaggeeffama jiraachuu Ministeerri Bishaanii fi…