Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Kaanaadaan Pirojektoota Misooma Afrikaaf deeggarsa Doolaara miiliyoona 140 ifoomsite
Finfinnee, Caamsaa 22, 2015 (FBC)- Kaanaadaan pirojektoota misoomaa Afrikaaf deeggarsa Doolaara miiliyoona 140 ifoomsite.
Ministirri Misoomaa Idil Addunyaa fi Itti Gaafatamaan Ejensii…
Waldaalee fe’aa fi buusaa gatii olka’aa gaafachuun hawaasa rakkisan irratti tarkaanfiin…
Finfinnee, Caamsaa 22, 2015 (FBC) – Waldaalee Tajaajila Meeshaalee fe'aa fi buusaa gatii olka'aa gaafachuun hawaasa rakkisan irratti tarkaanfiin fudhatamuu Biiroon Bulchiinsaa fi Nageenyaa…
Koomishinar Dammallash Ajajaa Poolisii Somaaliyaa fi Ittaanaa Ajajaa Poolisii Jibuutti waliin…
Finfinnee, Caamsaa 22, 2015 (FBC)- Koomishinarri Jeneralaa Poolisii Fedeeralaa Dammallash Gabramikaa’el Ajajaa Poolisii Biyyaalessaa Somaaliyaa Birgaader Jeneraal Suluub Ahimad Finii fi…
Maayik Hamar borurraa eegalee Ityoophiyaa fi Jibuutii daawwachuufi
Finfinnee, Caamsaa 22, 2015 (FBC)-Gaanfa Afrikaatti Ergamaan Addaa Ameerikaa Ambaasaaddar Maayik Hamara borurraa eegalee Ityoophiyaa fi Jibuuttiitti daawwannaa ni taasisu.
Ambaasaaddar…
Magaalaa Hawaasaatti namoonni yakka Butii Shamarree Tsiggeen shakkaman 6 to’ataman
Finfinnee, Caamsaa 22, 2015 (FBC) – Magaalaa Hawaasaatti Tibbana Shamarree Tsiggee Balaachoo jedhamtu nama dhuunfaan butamuu hordofee dhimmichi ajandaa ijoo miidiyaa hawaasaa ta’ee tureera.…
Koreen Hoji Raawwachiistuu Paartii Badhaadhinaa walga’ii idilee gaggeessuu eegale
Finfinnee, Caamsaa 22, 2015 (FBC)-Koreen Hoji Raawwachiistuu Paartii Badhaadhinaa Walga’ii idilee gaggeessuu eegaleera.
Korichi, dhiyeenya haala gaddisiisaan lubbuun isaanii kan darbe…
Magaalaa Mooskootti haleellaan diroonii raawwatame
Finfinnee, Caamsaa 22, 2015 (FBC)- Magaalaa Raashiyaa Mooskootti haleellaan diroonii raawwatamuu Kantibaan Magaalittti Saargee Saabiyanin ibsan.
Haleellaa har’a ganama Mooskootti…
Gibira dachaa hambisuu fi waliindhahiinsa taaksiirratti mul’atu ittisuuf labsiin dhiyaate ragga’e
Finfinnee, Caamsaa 22, 2015 (FBC)- Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa gibira dachaa hambisuu fi waliin dhahiinsa taaksiirratti mul’atu ittisuuf labsii dhiyaate raggaasise.
Manni marichaa…
Qormaata ba’umsaa Yuunivarsiitiwwanii bara kanaaf qophii ga’aan taasiifamaa jira –Ministeera…
Finfinnee, Caamsaa 22, 2015 (FBC) – Qormaata ba’umsaa Yuunivarsiitiwwanii bara kanaaf qophii ga’aan taasiifamaa jiraachuu Ministeerri Barnootaa beeksiise.
Bara kana barattoonni kumni 230…
Kadhaa ijoollee naannawaa hawwata tuuriizimii hambisuuf tumaan tumame
Finfinnee, Caamsaa 22, 2015 (FBC)-Godina Arsii Lixaa Aanaa Nageellee Arsiitti iddoowwan hawwata turizmiitti kadhaa ijoollee hammaatee hambisuuf tumaan tumame.
Naannawaa hara Laangaanoo fi…