Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa balalii Abijanii fi Niwuyoorki gidduu eegale
Finfinnee, Caamsaa 21, 2015 (FBC)- Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa magaalota Abijanii fi Niwuyoorki gidduu balalii kallattiin taasisu eegale.
Balalichi guyyaa har'aa Buufata Xiyyaaraa…
oomishinar Jeneraal Dammallaash Hogganaa Tajaajila Poolisii Sudaan Kibbaa waliin mari’atan
Finfinnee, Caamsaa 21, 2015 (FBC)- Koomishinarri Jeneraal Poolisii Federaalaa Dammallaash Gabremikaa'el, Hogganaa Tajaajila Poolisii Sudaan Kibbaa Inispeektar Jeneraal Maajaak Akees waliin…
Sirilaankaan hariiroo Ityoophiyaa waliin qabdu cimsuuf fedhii qabaachuu ibsite
Finfinnee, Caamsaa 21, 2015 (FBC)- Sirilaankaan hariiroo Ityoophiyaa waliin qabdu cimsuuf fedhii qabaachuu Ityoophiyaatti Ambaasaaddarri biyyattii Teeshaantaa Kumaaraasiirii ibsan.…
Ityoophiyaan Xaaliyaanii Jeenoo’aatti Qoonsilaa kabajaa bante
Finfinnee, Caamsaa 21, 2015 (FBC) – Xaaliyaanitti Embaasiin Ityoophiyaa Jeenoo’aatti Qoonsilaa kabajaa banuu beeksiise.
Sirna baniinsa qoonsilichaarratti hoggantooni Olaanoon,…
Awustiraaliyaan Gaanfa Afrikaa fi biyyoota Baha Giddugaleessaaf deeggarsa namoomaa Doolaara…
Finfinnee, Caamsaa 21, 2015 (FBC)- Awustiraaliyaan Ityoophiyaa dabalatee biyyoota Gaanfa Afrikaa hongeen miidhamanii fi biyyoota Baha Giddugaleessaf deeggarsa namoomaa Doolaara miiliyoona 29…
Jaappaan Ityoophiyaaf deeggarsa taasiftu cimsitee itti fufti-Ambaasaaddara Jaappaan
Finfinnee, Caamsaa 21, 2015 (FBC)- Jaappaan Ityoophiyaaf deeggarsa misoomaa taasiftu cimsitee kan itti fuftu ta’uu Ityoophiyaatti Ambaasaaddarri Jaappaan Iitoo Takaakoo ibsan.
Godina…
Naannoo Harariitti balaa Tiraafikaa qaqqabeen lubbuun namoota 6 darbe
Finfinnee, Caamsaa 21, 2015 (FBC) – Naannoo Harariitti balaa Tiraafikaa qaqqabeen lubbuun namoota 6 darbuu Komishiniin Poolisii naannichaa beeksiise.
Konkolaataan Awwadaayii Jimaa fe’ee…
Jilli Fiildi Maarshaal Birhaanuu Juulaan durfamu hojiilee misooma qonnaa daawwaate
Finfinnee, Caamsaa 21, 2015 (FBC)- Jillii Itaamaajoor Shuumii Waliigalaa Raayyaa Ittisa Biyyaa Fiildi Maarshaal Birhaanuu Juulaan durfamu lafa misooma Qonnaa Qajeelcha Olaanaa Loojistikisii…
Dooktar Girmaa Amanteen hoggantoota Baankii Addunyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Caamsaa 21, 2015 (FBC) –Ministirri Ministeera Qonnaa Dooktar Girmaa Amanteen hoggantoota Baankii Addunyaa waliin mari’atan.
Jijjiramaa qabeenya qilleensaa , Nyaataa fi nageenya…
Yaa’iin carraa hojii uumuu Afrikaa Ityoophiyaatti gaggeeffamuufi
Finfinnee, Caamsaa 21, 2015 (FBC) – Yaa’iin carraa hojii uumuu Afrikaa Ityoophiyaatti gaggeeffamuuf ta’uu Ministeerri Hojii fi Ogummaa beeksise.
Yaa’ichi Waxabajjii Waxabajjii 30, 2015…