Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Hiriirri deeggarsa RIB naannolee garaagaraatti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Caamsaa 20, 2015(FBC)- Hiriirri deeggarsa Raayyaa Ittisa Biyyaa naannolee biyyattii garaagaraa keessatti gaggeeffamaa jira.
Hiriirri deeggarsa Raayyaa Ittisa Biyyaa naannolee…
Aadde Adaanech Abeebeen kantiibaa magaalaa Waashingitan DC waliin mari’atan
Finfinnee, Caamsaa 19 ,2015 (FBC)- Kantiibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen kantiibaa magaalaa Waashingitan DC Muuriiyeel Boowuzar waliin mari’atan.
Haala hariiroo magaalota…
Namoonni dhuunfaa chaappaawwan 511 fayyadamuun sanadoota sobaa osoo qopheessaa turan to’ataman
Finfinnee, Caamsaa 19 ,2015 (FBC)- Hordoffii qaamoleen nageenyaa taasisaniin namoonni dhuunfaa chaappaawwan 511 fayyadamuun sanadoota sobaa osoo qopheessaanii argaman to’atamuu ibsame.…
Pireezidaanti Saahilawarq Zawdeen Qindeessituu Deeggarsa Namoomaa DhMG galateeffatan
Finfinnee, Caamsaa 19 ,2015 (FBC)- Pireezidaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen Qindeessituun Deeggarsa Namoomaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Dooktar Kaatiriin Sooziin hoggansa wayita…
Gamaaggamni raawwi hojii baatiiwwan kurnan darbanii Paartii Badhaadhina gaggeffama jira
Finfinnee, Caamsaa 19 ,2015 (FBC)- Gamaaggamni raawwi hojii baatiiwwan kurnan darbanii Paartii Badhaadhina gaggeffama jiraachuu ibsame.
Gamaaggamicharrati Ittaanaa Pireezidaantii Paartii…
Daandiin Qilleensichaa kenniinsa tajaajila fe’umsaa faalama irraa bilisa ta’e kennuun…
Finfinnee, Caamsaa 19 ,2015 (FBC)- Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa badhaasa kenniinsa tajaajila fe’umsaa faalamarraa bilisaa kennuun daandii qilleensaa Afrikaa filatamaa ta'uun badhaafame.…
Mariin Paanaalii “Qonna Diijitaalaa” Goda Ambaa Saayinsiitti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Caamsaa 19 ,2015 (FBC)- Hojii Qonna Diijitaalaan oomishaafi oomishtummaa qonnaan bultootaafi horsiise bultoota guddisuuf hojii hojjetamaa jiruun bu’aa qabatamaan argamaa jiraachuu…
Waltajjiin Waloo Manneen Murtii Federaalaafi Naannolee magaalaa Maqaleetti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Caamsaa 19, 2015(FBC)- Waltajjiin Waloo Manneen Murtii Federaalaafi Naannolee magaalaa Maqaleetti gaggeeffamaa jiraachuu ibsame.
Waltajjicharratti Pireezidaantii Mana Murtii…
Fooramiin hoggantoota Dubartoota Oromiyaa gaggeeffama jira
Finfinnee, Caamsaa 19 ,2015 (FBC)- Fooramiin hoggantoota Dubartoota Oromiyaa mata duree “Gaggeessummaa Dubartootaa Badhaadhina Waloof’’jedhuun magaalaa Adaamaatti gaggeeffamaa jira.…
Oomishni maashoo lafa heektara kuma 11 irrati misooma jira –Obbo Shimallis Abdiisa
Finfinnee, Caamsaa 19 ,2015 (FBC)- Oomishni Maashoo gabaa alaatiif oolu lafa heektara kuma 11 irratti misoomaa jiraachuu Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisa…