Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Sagantaan Xaafiifi nyaata xaafiirraa hojjetaman beeksisu Roomitti gaggeeffame
Finfinnee, Caamsaa 19, 2015(FBC)- Sagantaan Xaafiifi nyaata xaafiirraa hojjetaman beeksisu Xaaliyaanii magaalaa Roomitti gaggeeffamuu ibsame.
Sagantichi gosoota midhaanii idil addunyaa…
Sagantaan haaromsaafi deebisanii dhaabuu hidhattoota ABUT marsaa jalqabaa eegale
Finfinnee, Caamsaa 18, 2015(FBC)- Sagantaan haaromsaafi deebisanii dhaabuu hidhattoota ABUT marsaa jalqabaa guyyaa har’aa Magaalaa Maqaleetti eegaluu ibsame.
Saganticharratti Bakka Bu’aan…
Manneen Barnoota Idil Addunyaa Ityoophiyaatti argaman 5 keessatti carraan barnoota bilisaa…
Finfinnee, Caamsaa 18, 2015(FBC)-Manneen Barnootaa Hawaasa Idil Addunyaa Ityoophiyaatti argaman barattoota kaffalanii barachuu hin dandeenyeef carraa barnoota bilisaa kennuuf ta’uun ibsame.…
Sagantaan cufiinsa dorgommii ogummaa biyyaalessaa 3ffaan gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Caamsaa 18, 2015(FBC)- Sagantaan cufiinsa dorgommii ogummaa biyyaalessaa 3ffaan gaggeeffamaa jira.
Dorgommiin kun qopheessummaa Ministeera Hojiifi Ogummaan mata duree “ Ogummaa…
Pireezidaanti Saahilawarq Zawdeen agarsiisa Qonnaa Goda Ambaa Saayinsii daawwatan
Finfinnee, Caamsaa 18, 2015(FBC)- Pireezidaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen agarsiisa Qonnaa Goda Ambaa Saayinsii daawwatan.
Agarsiisni qonnaa Ministeera Qonnaafi Qaamolee dhimmatootaan…
RIB hidhattoota ABUT irraa meeshaalee waraanaa garee fuudhe
Finfinnee, Caamsaa 18, 2015(FBC)- Raayyaan Ittisa Biyyaa hidhattoota ABUT irraa meeshaalee waraanaa garee fuudhuu ibsame.
Bu’uura waliigaltee Piriitooriyaan Raayyaan Ittisa Biyyaa guyyaa…
Oromiyaatti barattoonni kumni 323 ol qormaata seensa dhaabbilee barnoota olaanoof qophaa’aa jiru-BBO
Finfinnee, Caamsaa 18, 2015(FBC)-Naannoo Oromiyaatti barattoonni kumnidhibbi 3fi kumni 23 ol qormaata seensa dhaabbilee barnoota olaanoof qophaa’aa jiraachuu Biroon Barnootaa Oromiyaa…
Waldaan dargaggootaa magaalichaa kenna tajaajila tola ooltummaan mana namoota harka qalleeyyii 765…
Finfinnee, Caamsaa 18, 2015(FBC)- Waldaan dargaggootaa magaalaa Finfinnee kenna tajaajila tola ooltummaan mana namoota harka qalleeyyii 765 haaromsuu ibsame.
Barreessaa olaanaan waldichaa…
Naannichatti lafti heektaarri kumni 105 ol oomisha Arfaasaan misoomaa jiraachuu ibsame
Finfinnee, Caamsaa 18, 2015(FBC)- Naannoo Sidaamaatti lafti heektaarri kumni 105 ol oomisha waqtii Arfaasaan misoomaa jiraachuu ibsameera.
Pireezidaantiin naannichaa Obbo Dastaa…
Dargaggoonni nageenya tikfachuun hojiiwwan misoomaa keessatti dammaqninaan hirmaachuu qabu jedhame
Finfinnee, Caamsaa 18, 2015(FBC)- Dargaggoonni nageenya tikfachuun hojiiwwan misooma keessatti dammaqninaan hirmaachuu akka qaban Hoggantuun Biiroo Dargaggoofi Ispoortii Oromiyaa Aadde…