Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Buufataaleen xiyyaaraa haaraan 3 yeroo dhiyootti tajaajila ni eegalu
Finfinnee, Guraandhala 11, 2018 (FMC) –Baatii Eeblaa dhufu keessa Buufataaleen xiyyaaraa haaraan 3 eebbifamuun tajaajila ni eegalu jedhe Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa.
Buufataalee…
Warshaan Dhakaa Cilee Arjoo warshaalee gurguddoo biyyattiif galtee ta’aa jira- Obbo Shimallis…
Finfinnee, Guraandhala 11, 2018 (FMC) – Warshaan Dhakaa Cilee Arjoo warshaalee gurguddoo biyyattiif galtee ta’aa jira jedhan Pirezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis…
Warshaan dhiqaa dhakaa cilee Arjoo Indaastirii oomisha Simmintoo, sibiilaa fi ijaarsaaf galteewwan…
Finfinnee, Guraandhala 11, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Warshaa Dhiqaa dhakaa cilee Arjoo daawwatan.
Warshaan Dhiqaa dhakaa cilee Arjoo daakuu dhakaa biyya…
Yaadama ida’amuutiin hogganamuun yeroo gabaabaa keessatti hiyyummaa injifannee badhaadhina hunda…
Finfinnee, Guraandhala 11, 2018 (FMC) – Yaadama ida’amuutiin hogganamuun inisheetiivota jiran qixaan hojiitti hiikuun yoo itti gargaaramne yeroo gabaabaa keessatti hiyyummaa injifannee…
Kantiibaa Adaanech Abeebeen Hoji raawwachiistuu olaantuu Faawundeeshinii Invastimentii Fandii…
Finfinnee, Guraandhala 11, 2018 (FMC) – Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Hoji raawwachiistuu olaantuu Faawundeeshinii Invastimentii Fandii Daa'immanii Keetii Haampitaan…
Qexoon bara lakkaa’ee, yeroo eegee akka wal agarruuf sababa ta’e – Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Guraandhala 11, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Godina Qeellam Wallaggaatti Pirojektii misooma jallisii Qexoo daawwataniiru.
Qexoon kaleessa irraa…
Dooktar Abiy Ahimad Pirojektii misooma Warqee Tulluu Kaappii Daawwatan
Finfinnee, Guraandhala 11, 2018 (FMC) –Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pirojektii misooma Warqee Tulluu Kaappii Daawwataniiru.
Dooktar Abiy Ahimad ergaa gama miidiyaa…
Dooktar Abiy Pirojektii misooma Jallisii Qexoo Daawwatan
Finfinnee, Guraandhala 11, 2018 (FMC) –Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Godina Qeellam Wallaggaatti Pirojektii Misooma jallisii Qexoo Daawwataniiru.
Ministirri Muummee FDRI…
Dooktar Abiy Ahimad Godina Qeellam Wallaggaatti hojiilee misoomaa daawwatan
Finfinnee, Guraandhala 11, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Godina Qeellam Wallaggaa aanaa Hawwaa Galaaniitti hojiilee misoomaa daawwataniiru.
Dooktar Abiy…
Paartiin Badhaadhinaa Damee Oromiyaa Sagantaa Maanifeestoo fi Mallattoo Filannoo beeksisuu…
Finfinnee, Guraandhala 11, 2018 (FMC)- Waajjirri Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaa Sagantaa Maanifeestoo fi mallattoo filannoo beeksisuu gaggeessaa jira.
Sagantichi Godina Shawaa Bahaa…