Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Sagantaan ashaaraa magariisaa oomishtummaa qonnaa guddiseera- Obbo Oordiin Badrii
Finfinnee, Adoolessa 27, 2018(FMC)- Aagantaan ashaaraa magariisaa oomishtummaa qonnaa guddiseera jedhan Pireezidaantiin naannoo Hararii Obbo Oordiin Badrii.
Naannichatti sagantaan…
Ashaaraan magariisaa baay’inaafi qulqullina oomisha bunaa dabaleera- Dooktar Addunyaa Dabalaa
Finfinnee, Adoolessa 27, 2018(FMC)- Sagantaan ashaaraa magariisaa baay’inaafi qulqullina oomisha bunaa dabaleera jedhan Daayrektarri Olaanaan Abbaa Taayitaa Bunaafi Shaayi Itiyoophiyaa…
Sosochii guyyaa tokkoon biqiltuuwwan miiliyoona 800 dhaabuu…
Itiyoophiyaatti waggaa waggaan lafa hektaara kuma 90 – 100 irraa bosonni ni cirama.
Kunis hongee, balaa lolaa fi rakkoolee biroof sababa ta’aa tureera.
Mootummaan Ida’amuu rakkoolee…
Ashaaraan Magariisaa Innisheetiivii Biyyaaleessaa Bu’aawwan Hedduun Guutameedha – Obbo Addisuu…
Finfinnee, Adoolessa 27, 2018 (FMC) - Sagantaan Ashaaraa Magariisaa bu’aawwan hedduun guutamee raawwatamaa kan jiru innisheetiivii biyyaaleessaa guddaadha jedhan Ministirri Qonnaa Obbo…
Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa ashaaraa magariisaa irratti hirmaachuun itti gaafatamummaa…
Finfinnee, Adoolessa 27, 2018(FMC)- Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa dhaabbii biqiltuu ashaaraa magariisaa irratti dammaqinaan hirmaachuun itti gaafatamummaa biyyaalessaa bahachaa jira jedhan…
Itiyoophiyaan Waltajjiiwwan Addunyaarratti Biyya Furmaata Qabeenya Qilleensaa Dhiyeessitu Ta’uun…
Finfinnee, Adoolessa 27, 2018 (FMC) - Itiyoophiyaan waltajjiiwwan addunyaarratti biyya furmaata qabeenya qilleensaa dhiheessitu ta’uun beekamtii argachuu ishee Qindeessaan KoreeTeeknikaa…
Ashaaraan magariisaa misooma waaraaf gumaacha olaanaa taasisaa jira – Obbo Taaggasee Caafoo
Finfinnee, Adoolessa 27, 2018 (FMC) – Ashaaraan magariisaa misooma waaraa Itiyoophiyaaf gumaacha olaanaa taasisaa jira jedhan Af Yaa’iin Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa Obbo Taaggasee…
Biqiltuurra darbee marii biyyaalessaan diimookiraasiif bu’uura kan ta’u waliigaltee dhaabaa…
Finfinnee, Adoolessa 27, 2018(FMC)- Biqiltuurra darbee marii biyyaalessaan diimookiraasiif bu'uura kan ta’u waliigaltee dhaabaa jirra jedhan Komishinarri Komishinii Marii Biyyaalessaa…
Hanga sa’aatii 6:00 Biqiltuuwwan miiliyoonni 500 fi miiliyoonni 78.6 dhaabate
Finfinnee, Adoolessa 27, 2018 (FMC) – Hanga sa'aatii 6:00tti Biqiltuuwwan miiliyoona 500 fi miiliyonni 78.6 dhaabame jedhan Ministira Tajaajila Kominikeeshinii Mootummaa Innaataalam…
Ashaaraan magariisaa wabii nyaataa mirkaneessuu keessatti qooda olaanaa bahachaa jira- Dooktar…
Finfinnee, Adoolessa 27, 2018(FMC)- Ashaaraan magariisaa jijjiirama qabeenya qilleensaa ittisuurra darbee wabii nyaataa mirkaneessuu keessatti qooda olaanaa bahachaa jira jedhan…