Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Marii waliigaltee biyyaalessaaf
Mariin biyyaalessaa dirree biyyaalessaa naga qabeessaafi hammataa ta’eetti ce’uuf carraa seena qabeessadha.
Yaa’iin marii biyyaalessaa Itiyoophiyaan gaggeessaa jirtu gadi fageenyaan yoo…
Itoophiyaan Qabeenya Turizimii Ishee kuufamaa Sirnaan Fayyadamuuf Imala Jalqabde – CNN
Finfinnee, Adooleessa 28, 2018 (FMC) – Buufanni televiizhinii Ameerikaa CNN sagantaa isaa “Connecting Africa” jedhamu keessatti guddina dinagdee Itiyoophiyaa bal’inaan gabaaseera.
Akka…
Bu’aa Ashaaraa magariisaa jiruu qonnaan bultootaa jijjiire
Finfinnee, Adoolessa 28, 2018 (FMC) –Biqiltuuwwan Kuduraafi muduraa kilaasteraan misoomaan jiruu fi jireenya qonnaan bultoonni jijjiiraa jiru jedhe Waajjirri Qonnaa Godina Arsii.
Godina…
Hidhi Haaromsaa Guddichi Mana miiliyoonotaa gara ifaatti jijjiire – CNN
Finfinnee, Adoolessa 28, 2018 (FMC) – Hidhi Haaromsi Guddichi Itiyoophiyaa Mana miiliyoonotaa gara ifaatti jijjiire jechuun gabaase Buufanni Teeleeviizyiinii CNN.
Keeniyaatti bakka…
Dinagdeen Itiyoophiyaa Dinagdeewwan Gurguddoo Sahaaraa Gadii Keessaa Isa Tokko – CNN
Finfinnee, Adoolessa 28, 2018 (FMC) - Dhaabbanni Televizhinii CNN kan teessuma isaa Ameerikaa godhate akka gabaasetti, dinagdeen Itiyoophiyaa dinagdeewwan sahaaraa gadii saffisaan guddachaa…
Bunaa fi Ashaaraa Magariisa
Finfinnee, Adoolessa 28, 2018 (FMC) - Oomishni bunaa Itiyoophiyaa waggoota shanan darban dachaa sadiin guddina agarsiiseera jedhe Abbaan Taayitaa Bunaa fi Shaayii Itiyoophiyaa.…
Sagantaa Ashaaraa Magariisaa Itiyoophiyaa qalbii miidiyaalee idil addunyaa haawwate
Finfinnee, Adoolessa 28, 2018 (FMC) – Sagantaa Ashaaraa Magariisaa Itiyoophiyaan duulli guyyaa tokkoo kaleessa gaggeeffame qalbii miidiyaalee idil addunyaa haawwateera.
Guyyaa kaleessaa…
Ulaa Galaanaa misooma hundagalessaa Itiyoophiyaaf…
Karri Galaanaa misooma dinagdee, hawaasummaa fi waliigalaa Itiyoophiyaatiif murteessaadha.
Gabaa idil addunyaa bahuu fi nageenya diinagdee eegsisuuf karra galaanaa argachuun Itiyoophiyaaf…
Innisheetiivonni cabiinsawwan suphan dameewwan hundaan hojii irra oolaa Jiru – Obbo Ashaadilii Hasan
Finfinnee, Adoolessa 28, 2018 (FMC) - Pirezidaantiin Naannoo BeeniShaangul Gumuz Obbo Ashaadilii Hasan Innisheetiivonni cabiinsawwan suphan dameewwan hundaan hojii irra oolaa Jiru jedhan.…
Sagantaa Ashaaraa magariisaa agarsiistuu cichoominaa fi tumsa lammiilee Itiyoophiyaa
Finfinnee, Adoolessa 28, 2018(FMC) - Uummanni Itiyoophiyaa uummata tumsaa fi cichoominaan hojjechuun seenaa galmeessisuun beekamuu dha.
Kanaaf ammoo injifannoon Adwaa fi Hidha Haaromsaa…