Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Obbo Dammaqaan Ittaanaa Ministira Dhimma Alaa Turkii waliin mari’atan
Finfinnee, Eebla 24, 2015 (FBC)- Ittaanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Mokonnin, Ittaanaa Ministira Dhimma Alaa Turki Ambaasaaddar Buraak Aksapeer waliin…
Naayijeeriyaan muuxannoo oomishtummaa qamadii Ityoophiyaa qooddachuuf fedhii argisiiste
Finfinnee, Eebla 24, 2015 (FBC)-Naayijeeriyaan muuxannoo oomishtummaa qamadii Ityoophiyaa qooddachuu akka barbaaddu Ittaanaan Pireezidaantii Naayijeeriyaa Kaashiim Shetimaa ibsan.
Jilli…
Ministeerri qonnaa “Birmadummaa Nyaataa” irratti hojjechaa jiraachuun ibsame
Finfinnee, Eebla 24, 2015 (FBC)- Ministeerri qonnaa Ministeeraa Raayyaa Ittisaa biyyaa waliin ‘Birmadumaa Nyaataa” irratti hojjechaa jiraachuun ibsame.
Ministeerri qonnaa Jila Raayyaa…
Mootummaan itti gaafatamummaa fi ce’umsa haqaa mirkaneessuuf hojjechaa jira-Obbo Dammaqaa Mokonnin
Finfinnee, Eebla 24, 2015 (FBC)-Mootummaan itti gaafatamummaa fi ce’umsaa haqaa mirkaneessuuf hojjechaa jira jedhan Ittaanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa…
Gamtichi nageenya waaraa Ityoophiyaaf kan tumsu ta’uu mirkaneesse
Finfinnee, Eebla 24, 2015 (FBC) – Gamtaan Awurooppaa nageenya waaraa Ityoophiyaaf deeggarsa barbaachisu kan taasisu ta’uu mirkaneesseera.
Ministiroonni Dhimma Alaa Gamtaa Awurooppaa 27…
DhMG hojiirra oolmaa waliigaltee nageenyaa kan deeggaru ta’uu ibse
Finfinnee, Eebla 24, 2015 (FBC) – Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii hojiirra oolmaa waliigaltee nageenyaa Piriitooriyaa kan deeggaru ta’uu beeksise.
Ittaantuun Barreessaa Olaanaa…
Somaaleetti warshaan Daakuu fi Daabboo Waajjira Giiftii Dureen ijaaramaa jiru daawwatame
Finfinnee, Eebla 24, 2015 (FBC)- Naannoo Somaaleetti Warshaan Daakuu fi Daabboo Waajjira Giifti Dureen ijaaramaa jiru daawwatameera.
Daawwannicharratti Itti Aanaan Pireezidaantii Naannoo…
Yeroo gabaabaa keessatti hojii Afrikaanotaaf fakkeenya ta’u hojjachuun keenya baay’ee nu…
Finfinnee, Eebla 24, 2015 (FBC) – Yeroo gabaabaa keessatti hojii Afrikaanotaaf fakkeenya ta'u hojjachuun keenya baay'ee nu boonsa jedhan Pireezidaantiin Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis…
Ministeerichi bulchiinsa magaalaa Miizaan Amaaniif Birrii miiliyoona 10 deeggarsa taasiise
Finfinnee, Eebla 24, 2015 (FBC) – Ministeerri Magaalaa fi Bu’uuraalee Misoomaa bulchiinsa magaalaa Miizaan Amaaniif Birrii miiliyoona 10 deeggarsa taasiiseera.
Ministeerichi naannoo…
Qellem Wallaggaatti hojiin babal’isa bu’uuraalee misoomaa manneen barnootaa Birrii miiliyoona 300 ol…
Finfinnee, Eebla 24, 2015 (FBC)-Godina Qellem Wallaggaatti hojiin babal’isa bu’uuraalee misoomaa manneen barnootaa Birri miiliyoona 300 ol gaggeeffamuu Waajjirri Barnootaa Godinichaa ibse.…