Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Oromiyaa keessatti walitti buhiinsa maqsuun tasgabbii waaressuuf mariin Taanzaaniyaatti gaggeeffamaa…
Finfinnee, Eebla 25, 2015 (FBC) – Mariin nageenyaa Oromiyaa keessatti walitti buhiinsa maqsuun tasgabbii waaressuuf Taanzaaniyaatti gaggeeffamaa ture Boqonnaan jalqabaa xumurameera.…
Kitaabni “Daandii Jijjiiramaa” taateewwan gurguddoo barii jijjiiramaa of keessatti…
Finfinnee, Eebla 25, 2015(FBC)- Kitaabni “Daandii Jijjiiramaa” jedhu taateewwan gurguddoo barii jijjiiramaa of keessatti qabate qorattootaaf galtee ta’uu akka danda’u ibsameera.
Guyyaa…
Shaampiyoonaan Atleetiksii Guddattootaa fi dargaggootaa Afrikaa har’a xumurama
Finfinnee, Eebla 25, 2015 (FBC) – Shaampiyoonaan Atleetiksii Guddattootaa fi dargaggootaa Afrikaa Zaambiyaa Nidoolaatti gaggeeffamaa jiru har’a xumurama.
Dorgommii cuufiinsaa har’aa…
Milkaa’inni adeemsa nagaa Ityoophiyaa Sudaan ni barsiisa – Ambaasaaddar Jamaal
Finfinnee, Eebla 25, 2015 (FBC) – Sudaan milkaa’ina adeemsa nagaa Ityoophiyaa irraa barachuun waldhabdee keessoo karaa nagaan xumuruu akka qabdu Rippaablika Paakiistaanitti Ambaasaaddarri…
Pireezidaanti Shimallis Hoggantootaa Olaanoo biyyoota Afrikaa Yuuniyeenii Hojii Gamtaa Qonnaan…
Finfinnee, Eebla 25, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan Hoggantootaa Olaanoo biyyoota Afrikaa Yuuniyeenii Hojii Gamtaa Qonnaan Bultoota Oromiyaa…
Oromiyaatti guyyaa boruu irraa eegalee bittaafi gurgurtaan boba’aa karaa dijitaalaan kan gaggeeffamu…
Finfinnee, Eebla 25, 2015(FBC)- Oromiyaatti guyyaa boruu irraa eegalee bittaafi gurgurtaan boba’aa karaa dijitaalaan kan gaggeeffamu ta’uu Biiroon Daldalaa Oromiyaa beeksise.
Qajeelfama…
Gabaasni Qorannoo dhimma Godaansaa Biyyoota Afrikaa Bahaa fi Gaanfa Afrikaa ifoome
Finfinnee, Eebla 25, 2015 (FBC) – Gabaasni Qorannoo dhimma Godaansaa Biyyoota Afrikaa Bahaa fi Gaanfa Afrikaa Keeniyaa Naayiroobiitti ifoomeera.
Uwwisa tumsa biyyoota Baha Afrikaa fi…
Waajjirri Muummee Ministiraa Dhaabbilee marsaa 12ffaaf Piroojektii Maaddiin Dhalootaaf deeggarsa…
Finfinnee, Eebla 25, 2015 (FBC) – Waajjirri Muummee Ministiraa Dhaabbilee marsaa 12ffaaf Piroojektii Maaddiin Dhalootaaf maallaqaa Birrii miiliyoona 22 hanga miiliyoona 5 deeggarsa taasiisan…
Manni Maree Bulchiinsa yeroo Tigraay walga’ii idilee gaggeesse
Finfinnee, Eebla 24, 2015 (FBC)-Manni Maree Bulchiinsa yeroo Naannoo Tigraay har’a walga’ii idilee isaa gaggeesseera.
Walga'ichaan karoora deebisanii dandamachiisuu fi deebisanii ijaaruu…
Hidhattoonni Godina Matakkal keessa socho’aa turan waamicha nagaa simachuun deebi’an
Finfinnee, Eebla 24, 2015 (FBC)- Naannoo Beenishaangul Gumuz Godina Matakkal Aanaa Danguraa keessa hidhattoonni socho’aa turan waamicha nageenyaa taasifame simachuun deebi’aniiru.…