Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Jilli ministirootaa fi hoggantoota biyyoota Afrika misooma qamadii daawwate
Finfinnee, Eebla 23, 2015 (FBC)-Jilli Ministirootaa fi hoggantoota Biyyootaa Afrikaa misooma qamadii Bonaa Godina Shawaa Bahaa Aanaa Ada'aa daawwateera.
Pireezidaantiin Mootummaaa Naanno…
MM Abiy Ahimad Riizoortii Halaalaa Keellaa Eebbisiisan
Finfinnee, Eebla 23, 2015 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Riizoortiin Halaalaa keellaa eebbisiisan.
Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad Pirojektii 'Maaddii Biyyaaf' eegalchiisan…
Sagantaan beeksisaa fi galii walitti qabuu Kitaaba ‘Dhaloota Ida’amuu’ Dirree Dhawaatti…
Finfinnee, Eebla 23, 2015 (FBC)- Sagantaan beeksisaa fi galii walitti qabuu Kitaaba Dhaloota Ida’amuu Dirree Dhawaatti gaggeeffamaa jira
Waltajjicharratti Kantiibaa Bulchiinsa Dirree…
Waltajjiin marii barsiisotaa sadarkaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Eebla 23, 2015 (FBC)- Bulchiinsa Magaalaa Finfinneetti waltajjiin marii barsiisotaa mata duree "Manneen barnootaa barnootaaf, barsiisonni barsiisuuf" jedhuun gaggeeffamaa jira.…
Baatiiwwan saglan darban oomisha bakka bu’an oomishuun Doolaara miiliyoona 129 baraaruun…
Finfinnee, Eebla 23, 2015 (FBC)- Baatiiwwan saglan darban oomisha bakka bu'an oomishuun Doolaara miiliyoona 129 baraaruun akka danda'ame Koorporeshiniin Misooma Paarkiiwwan Indaastirii…
Qamadii Alatti erguutti kan ceeneef sirnaan karoorsinee cimnee waan hojjanneefi-Pir. Shimallis…
Finfinnee, Eebla 23, 2015 (FBC)- Qamadii Alaa galchuurraa Alatti erguutti kan ceeneef, qabeenya qabnurratti sirnaan karoorsinee cimnee waan hojjanneefi jedhan Pireezidaantiin Mootummaa…
Gaaffilee hojjettoota deebisuuf mootummaan tattaaffii taasisaa jira-Ministeericha
Finfinnee, Eebla 23, 2015 (FBC)- Gaaffilee hojjettoota sadarkaan deebisuuf mootummaan Konfedereshinii waldaalee Hojjettoota Ityoophiyaa waliin ta'uun mari'achaa jiraachuu Ministeerri Hojii…
Guyyaatti buddeena kuma 288 kan oomishu Giddugalli Buddeenaa Lammii eebbifame
Finfinnee, Eebla 23, 2015 (FBC)- Guyyaatti buddeena kuma 288 kan tolchu Giddugalli Buddeenaa Lammii eebbifameera.
Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen kantiibota…
Kantibaawwan 200 ol piroojektoota agarsiiftuu milkaa’inaa magaalichatti hojjetaman daawwatan
Finfinnee, Eebla 22, 2015 (FBC) – Kantibaawwan magaaloota Ityoophiyaa 200 caalaan piroojektoota agarsiiftuu milkaa'inaa magaalaa Finfinneetti hojjetaman daawwataniiru.
Magaaloota…
Magaalichatti guyyaa boruu hiriirri gaggeeffamu hin jiru – Poolisii magaalaa Finfinnee
Finfinnee, Eebla 22, 2015 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti guyyaa hojjettootaa sababeeffachuun hiriirri gaggeeffamu kan hin jirre ta'uu Poolisiin magaalaa Finfinnee beeksiseera.
Waltajjiis…