Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Obbo Shimallis miseensota jila Liijeer,Taanzaaniyaa, Zaambiyaa fi Kootdivayeer waliin…
Finfinnee, Eebla 22, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan miseensota jila Liijeer,Taanzaaniyaa, Zaambiyaa fi Kootdivayeer waliin mari'ataniiru.
Obbo…
MM Abiy Ahimad kantiibota magaalotaa waliin mari’atan
Finfinnee, Eebla 22, 2015(FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad guyyaa har’aa kantiibota magaalota 200 olii waliin mari’achuu ibsame.
Waltajjicharratti pireezidaantonni naannolees…
Humni Waloo Nageenyaa namoota yakkaan barbaadaman ifoomse
Finfinnee, Eebla 22, 2015(FBC)- Humni Waloo Nageenyaa namoota yakkaan barbaadaman ifoomseera.
Bu’uuruma kanaan:-
1. Habtaamuu Ayyaalewu
2. Minaalaachoo Simaachoo
3. Biruuk Yibaas…
Ibsa Humna Waloo Nageenyaarraa kenname
Finfinnee, Eebla 22,2015(FBC)- Humni Waloo Nageenyaa ibsa baaseera.
Humni walichaa humnoota finxaaleyyii biyya keessaafi alaa naannoo Amaaraatti aangoo naannichaa humnaan qabachuuf…
Obbo Shimallis Abdiisaan jila Ministiroota biyyoota Afrikaa waliin mari’atan
Finfinnee, Eebla 22,2015(FBC)- Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan jila Ministiroota biyyoota Afrikaa garaagaraa waliin mari’ataniiru.
Obbo Shimallis jila…
Sirni awwalcha Obbo Girmaa Yeshiixilaa raawwate
Finfinnee, Eebla 22,2015(FBC)- Sirni awwalcha Obbo Girmaa Yeshiixilaa bakka dhaloota isaaniitti raawwateera.
Sirni awwaalcha isaaniirratti maatiifi firri, waahellan hojii akkasumas…
Jilli Dooktar Bariisoo Amaloon durfamu buufata hundagaleessa Dooraaleehi daawwate
Finfinnee, Eebla 22,2015(FBC)- Jilli Hojii Raawwachiisaa Olaanaa Tajaajila Geejjiba Galaanarraafi Loojistiksii Dooktar Bariisoo Amaloon durfamu Jibuutiitti buufata hundagaleessa Dooraaleehi…
Barsiisonniifi hoggantoonni damee barnootaa magaalaa Finfinnee Piroojektoota garaagaraa daawwatan
Finfinnee, Eebla 22,2015(FBC)- Barsiisonniifi hoggantoonni damee barnootaa magaalaa Finfinnee Piroojektoota garaagaraa magaalichatti ijaaraman daawwatan.
Barsiisonniifi hoggantoonni…
Jilli Niijer, Taanzaaniyaa,Zaambiyaafi Kootdiiviwaar daawwannaa hojiif Finfinnee gale
Finfinnee, Eebla 22,2015(FBC)- Jilli garee hoggantoota olaanoo mootummoota Niijer, Taanzaaniyaa,Zaambiyaafi Kootdiiviwaar daawwannaa hojiif Finfinnee galeera.
Jilli garee kun wayita…
Imalli Ityoophiyaan gara badhaadhinaatti taasiiftu humnoota finxaaleyyiin hin gufatu – Obbo…
Finfinnee, Eebla 22, 2015 (FBC) – Imalli Ityoophiyaan gara badhaadhinaatti taasiftu humnoota finxaaleyyiin hin gufatu jedhan Itti Aanaa Pireezidaantii Paartii Badhaadhinaa Obbo Adam…