Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Fooramiin Invastimantii Anniisaa haaromuu gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Eebla 17, 2015 (FBC) - Fooramiin Invastimantii Anniisaa haaromuu magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira.
Fooramicha Ministeerri Bishaanii fi Inarjii dhaabbanni Inarjii Afrikaa…
Wixinee labsii Raayyaa Ittisaa fooyya’ee ba’e ragga’e
Finfinnee, Eebla 17, 2015 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa Wixinee labsii Raayyaa Ittisaa fooyya’ee ba’erratti mari’achuun raggaasise.
Manni Maree Bakka Bu’oota Ummaataa Yaa’ii…
Ityoophiyaa fi Koomoroo hariiroo isaanii fooyyeessuuf waliigaltee mallatteessan
Finfinnee, Eebla 17, 2015 (FBC) – Ityoophiyaa fi Koomoroo hariiroo dippiloomaasii isaanii fooyyeessuuf waliigaltee mallatteessaniiru.
Itti Aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Alaa…
Mariin biyyaalessaa ce’umsa haqaa magaaloota naannoleetti gaggeeffamuu eegale
Finfinnee, Eebla 17, 2015 (FBC) – Mariin biyyaalessaa ce’umsa haqaa sadarkaa naannoleetti Eeblaa hanga Hagayyaatti magaaloota 58 keessatti kan gaggeeffamu ta’uu Ministeerri Haqaa…
Jilli Obbo Ristuun durfamu Interpiraayizoota carraa hojii uumuun gurmaa’aan daawwate
Finfinnee, Eebla 17, 2015 (FBC) – Jilli Pireezidaantiin Naannoo Ummattoota Kibbaa Obbo Ristuu Yirdaawun durfamu godina Walaayittaatti Interpiraayizoota carraa hojii uumuun gurmaa’aan…
Obbo Dammaqaan Magaalaa Mooroonii galan
Finfinnee, Eebla 17, 2015 (FBC) –Itti Aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonniin daawwannaa hojiif Magaalaa Guddoo Koomooroos Mooroonii galaniiru.…
Haalli Ityoophiyaan rakkoo keessoo ishee itti furatte fakkeenya gaariidha – Ambaasaaddar Misgaanuu…
Finfinnee, Eebla 17, 2015 (FBC) –Qajeeltoo rakkoo Afrikaaf furmaata Afrikaa jedhuuf haalli Ityoophiyaan rakkoo keessoo ishee itti furatte fakkeenya gaarii ta’uu Ministir Deetaan Ministeera…
Ambaasaaddar Tafarraa Darriboon xaalayaa muudama isaanii Pireezidaanti Shii Jiinpiingif dhiyeessan
Finfinnee, Eebla 17, 2015 (FBC) –Ambaasaaddar Tafarraa Darriboon xaalayaa muudama isaanii Pireezidaantii Chaayinaa Shii Jiinpiingif dhiyeessaniiru.
Ambaasaaddar Tafarraa Darriboon…
Reenfi Artistii Zarihun Wadaajoo buufata Xiyyaaraa idil Addunyaa Booleetti simatame
Finfinnee, Eebla 17, 2015 (FBC) – Reenfi Artistii hangafaafi qabsaa'aa Oromoo Zarihuun Wadaajoo buufata Xiyyaaraa idil Addunyaa Booleetti simatameera.
Simannaa kanarratti Pireezidaantii…
Komishiniin Haaromsa Biyyaalessaa hojii qophii duraa xumuruu beeksise
Finfinnee, Eebla 16, 2015 (FBC)- Komishiniin Haaromsa Biyyaalessaa hojii qophii duraa xumuruun sadarkaa garaa hojiitti hiikuurraa ga’uu beeksise.
Walitti Qabaan Mana Maree…