Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Chaayinaan hojiilee deebisanii ijaaruu Ityoophiyaa akka deeggartu ibsite
Finfinnee, Eebla 18, 2015 (FBC)-Chaayinaan hojiilee deebisanii ijaaruu fi deebisanii dandamachiisuu mootummaan Itoophiyaa gaggeessaa jiru akka deeggartu beeksiste.
Dubbi Himtuun Dhimma…
Sosochiin ‘Ityoophiyaan Haa Oomishtuu’ damee Indaastirii omishaalee dadammaqseera jedhame
Finfinnee, Eebla 18, 2015 (FBC)- Sosochiin ‘Ityoophiyaan Haa Oomishtuu’ damee Indaastirii omishaalee keessatti dadammaqina uumuun warshaalee hojii dhabanii turan gara hojiittii kan deebise…
Guyyaan qabeenya kalaqa sammuu idil addunyaa kabajamaa jira
Finfinnee, Eebla 18, 2015 (FBC)- Guyyaan Qabeenya Kalaqa Sammuu Addunyaa Mata duree “Dubartootaa fi Qabeenya Kalaqa Sammuu; innooveeshinii fi kalaqaa saffisiisuu” jedhuun kabajamaa jira.…
Fooramiin “Invest Ethiopia 2023” jalqabame
Finfinnee, Eebla 18, 2015 (FBC)-Fooramiin "Invest Ethiopia 2023" kan dhaabbilee daldalaa idil-addunyaa fi abbootii qabeenyaa hirmaachise gaggeeffamuu eegaleera.
Baniinsa…
Aanaalee ollaa Naannolee Oromiyaa fi Benishangul Gumuz sochiilee seeraan alaa ittisuuf hojjetamaa…
Finfinnee, Eebla 18, 2015 (FBC)- Aanaalee ollaa Naannolee Oromiyaa fi Benishangul Gumuz waldaangessanitti sochii seeraan alaa ittisuuf qindoominaan hojjetamaa jira jedhame.
Hojiileen…
Ityoophiyaan hariiroo damee hundaan Raashiyaa waliin qabdu caalmaatti cimsuuf murannoo qabdi –…
Finfinnee, Eebla 17, 2015 (FBC) – Ministir Deetaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Misgaanuu Argaan Itti Gaafatamaa Seekreetariyaatii fooramii tumsaa Raashiyaa - Afrikaa Ambaasaaddar…
Uummanni Oromoo uummata Tigraayiif deeggarsa midhaanii Birrii miiliyoona 45’tti tilmaamamu taasise
Finfinnee, Eebla 17, 2015 (FBC) – Uummanni Oromoo duudhaa qabuun uummataTigraayiif deeggarsa midhaan nyaataa Birrii miiliyoona 45’tti tilmaamam taasiseera.
Jilli Abbootii Gadaa fi…
Murannoon mootummaan nageenyaaf qabu Ityoophiyaatti aadaa siyaasaa haaraa uumuuf bu’uura kaa’a –…
Finfinnee, Eebla 17, 2015 (FBC) - Murannoon mootummaan nageenyaaf qabu Ityoophiyaatti aadaa siyaasaa haaraa uumuuf bu’uura kan kaa’u ta’uu Hayyoonni Saayinsii Siyaasaa ibsan.
Garaagartee…
Fiilmiin imala daandiin Humna Qilleensaa Ityoophiyaa keessa darbee fi yeroo ammaa irra jiru…
Finfinnee, Eebla 17, 2015 (FBC) – Fiilmiin imala Daandiin Humna Qilleensaa Ityoophiyaa keessa darbee fi yeroo ammaa irra jiru agarsiisu "Samiin kan keenya",jedhu eebbifameera.
Fiilmii…
Fooramiin Invastimantii Anniisaa haaromuu gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Eebla 17, 2015 (FBC) - Fooramiin Invastimantii Anniisaa haaromuu magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira.
Fooramicha Ministeerri Bishaanii fi Inarjii dhaabbanni Inarjii Afrikaa…