Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Obbo Dammaqaa Mokonnin Mana Barumsaa Haayile Sillassee Zanzibaaritti argamu daawwatan
Finfinnee, Eebla 16, 2015 (FBC)- Taanzaaniyaa daawwachaa kan jiran Itti Aanaan Muummee Ministeeraa fi Ministirri Dhimma Alaa Dammaqaa Mokonniin, Zaanzibaaritti Mana Barumsaa Sadarkaa 2ffaa…
Manni Maree Gamtaa Awurooppaa Ityoophiyaatti nageenyi waaraa mirkaneessuuf deeggarsa akka taasisu…
Finfinnee, Eebla 16, 2015 (FBC)-Manni Maree Gamtaa Awurooppaa nagaa waaraa mirkaneessuuf tattaaffii Ityoophiyaan taasiftu akka deeggaru murtee har’aa dabarseen mirkaneesseera.
Manni maree…
Sirni Gadaa Melbaa Oromoo Sooddoo hundeessuu gaggeeffame
Finfinnee Eebla 16 ,2015 (FBC)- Sirni Gadaa Melbaa Oromoo Sooddoo hundeessuu Aanaa Sadan Sooddoo Odaa Kallachaatti gaggeeffameera.
Sirnoota darbanitti dhiibbaawwan Oromoo Sooddoorra ga’aa…
Hammattoo walta’iinsa Chaayinaa-Afrikaa hojiitti jijjiiruuf mari’atame
Finfinnee, Eebla 16 ,2015 (FBC)-Hammattoo waliigaltee walta’iinsa Chaayinaa-Afrikaa hojiitti seensisuuf mariin gaggeefameera.
Jilli Ministir Deetaan Ministeera Hojii fi Ogummaa Dooktar…
Hindiitti gaggeessaan reeffa Artisti Zarihuu Wadaajoo taasifame
Finfinnee, Eebla 16, 2015 (FBC)-Hindiitti sirni gaggeessaa reeffa Artisti Zarihuun Wadaajoo taasifameera.
Sirna gaggeessaa reeffa Artisti Zarihuun, Buufataa Xiyyaaraa idil Addunyaa Hindii…
Ityoophiyaan dhaabbata Qorannoo Imaammata Nyaataa Idil Addunyaa waliin hojjechuuf waliigaltee…
Finfinnee, Eebla 16, 2015 (FBC) – Ministeerri Jallisii fi Naannawaa Gammoojjii dhaabbata Qorannoo Imaammata Nyaataa Idil Addunyaa waliin hojjechuuf sanada waliigaltee mallatteessera.…
Obbo Dammaqaan daawwannaaf Taanzaaniyaa galan
Finfinnee Eebla 16 ,2015 (FBC)- Ittaanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Mokonnin daawwannaa biyyootaa Afrikaa afuritti taasisan Taanzaaniyaatti eegalaniiru.…
Ityoophiyaan waliigaltee nageeyaa mirkaneessuuf hojiilee dinqisiifataman hedduu hojjetteetti-Haanaa…
Finfinnee, Eebla 16, 2015 (FBC)- Ityoophiyaan waliigaltee nageeyaa mirkaneessuuf hojiilee dinqisiifataman hedduu hojjetteetti jedhan Gaanfa Afrikaatti Ergamtuun Addaa Barreessaa Dhaabbata…
Milkaa’ina marii Nageenyaafi Araaraaf qaamni hundi gahee isaa bahuu qaba! – Pireezidaanti…
Finfinnee, Eebla 16, 2015 (FBC) - Milkaa'ina marii Nageenyaafi Araaraaf qaamni hundi gahee isaa bahuu akka qabu Pireezidaantiin Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan…
Haala nageenyaa fooyya’aa dhufe itti fufsiisuuf hojii qindoomina qaamolee nageenyaa akka barbaachisu…
Finfinnee, Eebla 16, 2015 (FBC)- Haala nageenyaa fooyya’aa dhufe itti fufsiisuuf hojii qindoominaa Koomishinaroota Poolisii Federaalaa, naannolee fi bulchiinsa magaalotaa lameenii akka…