Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Haalli rakkoon nageenyaa Kaaba Ityoophiyaa itti furame biyyoota biroof fakkeenya ta’uu qaba – Maayik…
Finfinnee, Eebla 16, 2015 (FBC) - Haalli rakkoon nageenyaa Kaaba Ityoophiyaa itti furame biyyoota biroof fakkeenya ta’uu akka qabu Afrikaa Bahaatti Ergamaan Addaa Ameerikaa Maayik Hamar…
Biirichi lammiilee sababa hongeen midhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 33 taasise
Finfinnee, Eebla 16, 2015 (FBC)- Biiroon Barnoota Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee lammiilee naannoo Oromiyaa sababa hongeen miidhamaniif kan oolu deeggarsa Birrii miiliyoona 33’tti tilmaamamu…
Dhaabbilee fi abbootiin amantaa nageenya hojii ijoo taasisuun hojjechuu qabu – Obbo Taayyee…
Finfinnee, Eebla 16, 2015 (FBC) – Dhaabbilee fi abbootiin amantaa nageenya hojii ijoo taasisuun hojjechuu qabu jedhan Ministir Deetaan ministeera Nageenyaa Obbo Taayyee Danda'aan.…
Ityoophiyaan wayita rakkoon Ameerikaa mudatuun irra deddeebiin deeggarsaa taasifti-Tiiboor Naazhi
Finfinnee, Eebla 16, 2015 (FBC)- Ityoophiyaan yeroo rakkoon Ameerikaa mudatu biyya michuu dhugaa irra deddeebiin deeggarsa taasisaa turtedha jedhan Ministeera Dhimma Alaa Ameerikaatti…
Gamaaggamni rawwii hojii Mootummaa fi Paartii kurmaana 3ffaa Oromiyaa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Eebla 16, 2015 (FBC)- Gamaaggamni rawwii hojii mootummaa fi paartii kurmaana 3ffaa Naannoo Oromiyaa Adaamaatti gaggeeffamuu eegaleera.
Gamaaggamicharratti Pirezidaantii…
Artisti Zarihuun Wadaajoo dukkana kaleessaa keessaan ifa har’aa ilaalaa nama darbeedha-Aadde…
Finfinnee, Eebla 15, 2015 (FBC)- Artisti Zarihuun Wadaajoo Aartii Oromoo utubee dukkana kaleessaa keessaan ifa ha’aa ilaalaa dhaloota kumaa fi kitila horatee nama darbeedha jedhan Afyaa'iin…
Mariin Shanee waliin taasifamu Taanzaaniyaatti iftaan eegala
Finfinnee, Eebla 15, 2015 (FBC)- Mariin nageenyaa Shanee waliin taasifamu Taanzaaniyaatti iftaan eegala jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad.
Sirni beekkamtii qooda fudhattoota…
Waggaa lama walwaraanuurra waggoota 20 mari’achuu wayya- MM Abiy Ahimad
Finfinnee, Eebla 15, 2015 (FBC)- Waggoota lama walwaraanuurra waggoota 20 mari’achuu wayya jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad .
Haasawaa taasisaaniin walitti bu’iinsaa dhaabnii…
Obbo Geetaachoo Raddaa Ummanni Tigraay nageenyi ammaa mul’atee akka dubbatti deebi’u hinbarbaadu…
Finfinnee, Eebla 15, 2015 (FBC)- Ummanni Tigraay nageenyi ammaa mul’atee akka dubbatti deebi’u ummataa barbadu miti jedhan Pireezidaantiin Yeroo Naannoo Tigraay Obbo Geetaachoo Raddaa…
Waliigalteen nageenyaa rakkoolee Afrikaaf furmaata Afrikaaf fakkeenya ta’uu Naaledi Pandoor ibsan
Finfinnee, Eebla 15, 2015 (FBC)- Waliigalteen nageenyaa Mootummaa Federaalaa fi ABUT gidduutti taasifame rakkoolee Afrikaanotaaf furmaata Afrikaaf fakkeenya ta’uu Ministira Hariiroo fi Tumsa…