Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ityoophiyaanonni rakkoo isaanii ogummaadhaan hiikuu irratti muuxannoo olaanaa qabu- Muusaa Faakiii…
Finfinnee, Eebla 15, 2015 (FBC)- Ityoophiyaanonni rakkoo isaanii ogummaadhaan hiikuu irratti muuxannoo olaanaa qabu jechuun Duraa Taa’aan Komishinii Gamtaa Afrikaa Muusaa Faakii Mahaammat…
Imalli Kutaa Kaaba Itoophiyaatti nagaa buusuuf deemame bu’a qabeessa- Oliseengo Obasaanjo
Finfinnee, Eebla 15, 2015 (FBC)- Pireezdaantiin Naayijeeriyaa duraanii fi Gaanfa Afrikaatti Ergamaan Addaa Gamtaa Afrikaa Oliseegoo Obasaanjo imalli waldhabdee kutaa Kaaba Ityoophiyaatti…
Afrikaanonni daandii nageenyaaf muuxannoo Ityoophiyaa fudhachuu qabu-Uhuruu Keeniyaattaa
Finfinnee, Eebla 15, 2015 (FBC)- Afrikaanonni hunduu daandii nageenyaa yoo barbaadan muuxannoo Ityoophiyaa fudhachuu qabu jedhan Miseensi Olaanaan Koree Marii Nageenyaa fi Pireezidaantii…
Afrikaan Kibbaa hojii deebisanii dhaabuu Ityoophiyaa deeggaruuf qophiidha -Naaleedi Paandoor
Finfinnee, Eebla 15, 2015 (FBC)- Afrikaan Kibbaa hojii deebisanii dhaabuu Ityoophiyaa deeggaruuf qophii ta’uu Ministira Hariiroo fi Tumsa Idil Addunyaa Afrikaa Kibbaa Naaleedi Paandoor…
Bakka MM Abiy Ahimad argamanitti sirni beekkamtii qooda fudhattoota nageenyaa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Eebla 15, 2015 (FBC)- Dura bu’ummaa Gamtaa Afrikaan marii nageenyaa keessatti qaamolee fudhataniif sirni beekkamtii kennuu bakka Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad argamaniitti…
Aadde Adaanech boqochuu Artisti Zarihuun Wadaajoon gaddaa isaanitti dhaga’ame ibsan
Finfinnee, Ebla 15, 2015 (FBC)-Kantiibaan Bulchiinsa Mgaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen du'aan boqochuu Artisti Zarihuun Wadaajoon gadda isaaniitti dhaga'ame ibsaniiru.
Aadde…
Naannoo Amaaraatti sochii hojii dhaabuun kufaatiin diinagdee akka mudatuuf qaamoleen tattaafatan…
Finfinnee, Eebla 15, 2015 (FBC)- Naannoo Amaaraatti sochii hojii dhaabuun kufaatiin diinagdee akka mudatuu fi jireenyi ummataa akka walbuusuuf qaamoleen tattaafatan sirrachuu akka qaban…
Obbo Dammaqaa Mokonnin Gaanfa Afrikaatti Ergamaa Addaa Ameerikaa waliin mari’atan
Finfinnee, Eebla 15, 2015 (FBC)- Ittaanaa Muummee Ministiraa Fi Ministirri Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Mokonnin Gaanfa Afrikaatti Ergama Addaa Ameerikaa Ambaasaaddar Maayik Hamar waliin…
Artist Zarihuun Wadaajoo Ashaaraan isaa bara baraan jiraata- Pir. Shimallis Abdiisaa
Finfinnee, Eebla 15, 2015 (FBC)- Artisti Zarihuun Wadaajoo du’aan addunyaa kanarraa darbus Ashaaraan isaa bara baraan jiraata jedhan Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo shimallis…
Artisti Zarihuun Wadaajoo Boqote
Finfinnee, Eebla 15, 2015 (FBC)- Qabsaa’aa fi weellisaa hangafa Zarihuun Wadaajoo du'aan Addunyaa kanarraa boqoteera.
Artist Zarihuun walleewwan qabsoo, Jaalalaa, jalala biyyaa fi kanneen…