Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ityoo Teelekoomii fi Koomishiniin Gumurukaa waliigaltee mallatteessan
Finfinnee, Eebla 12, 2015 (FBC)- Ityoo Teelekoomii fi Koomishiniin Gumurukaa waliin hojjechuuf sanada waliigaltee mallatteessaniiru.
Waliigaltechi qaraxaa fi taaksii gumurukaa gama Teelee…
Haala lammiilee Ityoophiyaa Sudaan jiraanii mootummaan itti dhiyeenyaan hordofaa jiraachuu beeksise
Finfinnee, Eebla 12, 2015 (FBC)- Mootummaan haala lammiilee Ityoophiyaa Sudaan jiraanii itti dhiyeenyaan hordofaa jiraachuu beeksiseera.
Haalaa nageeyaa Sudaaniin walqabatee manni hojii…
Addeessi yoo har’a galgalaa baate Iid Alfaaxir Jimata boruu kabajamaa-MMWSh
Finfinnee, Eebla 12, 2015 (FBC)- Manni Murtii Waliigalaa Shari’aa Addeessi yoo har’a galgala baate Ayyaanni Iid Alfaxiir Jimata boruu kan kabajamu ta’uu beeksiseera.
Manni Murtichaa…
Muuzii ‘tishuu kalcharii fi sakarii’ jedhaman miliyoona 2.5 dhaabuuf hojjetamaa jira-BQO
Finfinnee, Eebla 12, 2015 (FBC)- Barana, biqiltuu sanyii filatamaa muuzii ‘tishuu kalcharii fi sakarii’ jedhaman miliyoona 2.5 dhaabuuf hojjetamaa jiraachuu Biiroo Qonnaa Oromiyaa beeksise.…
Ummata Ityoophiyaatiif kan tolu tokkummaan jiraachuudha-Pir. Shimallis Abdiisaa
Finfinnee, Eebla 12, 2015 (FBC)- Ummata Ityoophiyaatiif tokkummaan jiraachuu fi waltumsuu wayya jedhan Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan.
Obbo Shimallisa…
Ayyaanaa Iid Alfaxir sababeeffachuun duulli qulqullinaa gaggeeffamee
Finfinnee, Eebla 12, 2015 (FBC)- Ayyaanaa Iid Alfaxir sababeeffachuun duulli qulqullinaa Magaalaa Finfinneetti gaggeeffameera.
Soomni Ramadaanaa xumuramuu hordofee, Ayyaana Iid Alfaxiir…
Magaalichatti mariin dargaggootaa “Boqonnaa Haaraa” gaggeeffama jira
Finfinnee, Eebla 12 ,2015 (FBC)- Magaalaa Finfinneetti waltajjiin marii dargaggoota "Boqonnaa Haaraa" Galma Barkumeetti gaggeeffamaa jira.
Mariichi mata dure "Dargaggessaa sababa irratti…
“Fichee Cambalaalaan” kabajamaa jira
Finfinnee, Eebla 12, 2015 (FBC)-Jijjiirraan bara haaraa Ummata Sidaamaa “Fichee Caambalaalan” Magaalaa Hawaasaa Guddumaalleetti kabajamaa jira.
Kaleessa kabajamuu kan eegalee ayyaanichi…
Raayyaan Ittisaa Naannoo Tigraay aanaa Daangolaatti meeshaalee waraanaa garee fudhate
Finfinnee, Eebla 11, 2015 (FBC) – Raayyaan Ittisaa Naannoo Tigraay aanaa Daangolaatti meeshaalee waraanaa hidhannoo garee garaagaraa marsaa jalqabaan walitti qabaman fudhateera.…
Aadde Adaanach hoggantoota giddu gala seenaa, Hambaalee fi Barnootaa Ummata Gurraachotaa waliin…
Finfinnee, Eebla 11, 2015 (FBC) – Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen hoggantoota giddu gala seenaa, Hambaalee fi Barnootaa Ummattoota Gurraachaa waliin mari’ataniiru.…