Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Qaamoleen Ityoophiyaa fi Sudaan walitti buusuuf tattaaffatan gochaa isaaniirraa of qusachuu qabu-MM…
Finfinnee, Eebla 12, 2015 (FBC)- Ummattoota biyyoota obbolaa Ityoophiyaa fi Sudaan gidduutti walitti bu’iinsa uumuuf qaamoleen tattaafatan gochaa isaaniirraa of qusachuu qabu jechuun…
Bobbii hojii biyya alaaf daandiin seera qabeessi diriirfamuun ibsame
Finfinnee, Eebla 12, 2015 (FBC)- Bobbii hojii biyya alaan walqabatee daandiin seera qabeessi diriirfamuu Ministeerri Hojii fi Ogummaa beeksiee.
Ministirri Ministeerichaa Aadde Mufaariyaat…
Addi Bilisummaa Gambeellaa (ABG) qabsoo nagaaf Gambeellaa gale
Finfinnee, Eebla 12, 2015 (FBC)- Gareen Addaa Bilisummaa Gambeellaa(ABG) qabsoo hidhanoo dhiisuun qabsoo siyaasaa nagaa gaggeessuuf miseensota isaa waliin Gambeellaa galeera.
Gareen…
Oromiyaan karooraa humna addaa gurmeessuu hojiirraa olchuun fakkeenya- F/M Birhaanuu Juulaa
Finfinnee, Eebla 12, 2015 (FBC)- Oromiyaan karoora humna addaa irra deebiin gurmeessuuf bahe hojiirra oolchuun hojiilee fakkeenya ta’an hojjechuu Itaamaajoor Shuumiin Waliigalaa Raayyaa…
Magaalichatti Ayyanaa Iid Alfaaxir sababeeffachuun lammiilee kuma 71 oliif maaddiin qoodame
Finfinnee, Eebla 12, 2015 (FBC)- Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee Ayyaana Iid Alfaaxir sababeeffachuun lammiilee galii gadii aanaa kuma 71 oliif maaddii qoodeera.
Kantiibaan Magaalaa…
Ayyaanni “Fichee Cambalaalaan” nagaa kabajamee xumuramuun ibsame
Finfinnee, Eebla 12, 2015 (FBC)-Ayyaanni bara haaraa Ummata Sidaamaa “Fichee Cambalaalan” rakkoo nageenyaa tokko malee kabajamee xumuramuu Biiroon Bulchinsaa fi Nageenyaa naannichaa…
Buufataalee tamsaasa Teelevizhinii shaniif eeyyamni kenname
Finfinnee, Eebla 12, 2015 (FBC)- Abbaan Taayitaa Miidiyaalee Ityoophiyaa buufataalee Tamsaasaa Teeleevizhinii 5’f eeyyama tamsaasaa kennuu beeksise.
Abbaan Taayitichaa eyyamichi kan…
Sirni Gulantaa kennuu Komishinii Poolisii Oromiyaa gaggeeffame
Finfinnee, Eebla 12, 2015 (FBC)- Komishiniin Poolisii Oromiyaa sirna kenniinsa guddina gulantaa olaanaa fi beekkamtii miseensota isaa Magaalaa Adaamaatti gaggeeffameera.
Sirnicharratti…
Aadde Adaanech Ayyaanaa ‘Fichee Cambalaalaan’ ilaalchisuun ergaa baga geessanii dabarsaniru
Finfinnee, Eebla 12, 2015 (FBC)- Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen bara haaraa Ummata Sidaamaa ”Fichee Cambalaalaa” ilaalchisuun ergaa baga ittiin isin gahee…
Godina Walaayittaatti namoonni seera cabsaniiru jedhaman 93 to’ataman
Finfinnee, Eebla 12, 2015 (FBC)-Kenniinsa sagalee murtee ummataa Godina Walaayittaan walqabatee namoonni seera cabsaniiru jedhaman 93 to’ataman.
Boordiin filannoo Godinaa Walaayittaatti…