Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Haala Kookaa Koollaan Ityoophiyaatti invastimantiisaa babal’isuu danda’urratti mariin gaggeeffame
Finfinnee, Eebla 11, 2015(FBC)- Afrikaa Kibbaatti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Muktaar Kadir Afrikaatti Hojii Raawwachiisaa Olaanaa Dhaabbata Kookaa Koollaa Jaakuyees Varmeelan waliin…
Waltajjiin marii koreewwan diinagdee Ministeeraa Maallaqaa fi Embaasii Faransaay eegalame
Finfinnee, Eebla 11, 2015 (FBC)- Waltajjiin marii 3ffaan koreewwan diinagdee Ministeeraa Maallaqaa fi Embaasii Faransaay Finfinneetti eegalameera.
Waltajjichi Ogeeyyii Ityoophiyaatti…
MM Abiy Ahimad Magaalaa Naqamtee galan
Finfinnee, Eebla 11, 2015(FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Magaalaa Naqamtee galaniiru.
Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad wayita magaalaa Naqamtee galan Abbootiin Gadaa,…
Magaalaa Finfinneetti piroojektoonni Birrii miiliyoona 342 oliin ijaaraman eebbifaman
Finfinnee, Eebla 11, 2015(FBC)- Magaalaa Finfinnee Kutaa Magaalaa Araadaatti Piroojektoonni namarratti xiyyeeffatan garaagaraa Birrii miiliyoona 342 oliin ijaaraman eebbifamaniiru.…
Badhaadhinni waadaa gale gochaan mirkaneessuuf qormaatilee gara carraatti jijjiiruun mallattoo isaa…
Finfinnee, Eebla 11, 2015 (FBC) – Badhaadhinni waadaa gale gochaan mirkaneessuuf qormaatilee gara carraatti jijjiiruun mallattoo isaa ta'uu mirkaneessaa jiraachuu Itti Aanaa Pireezidaantiin…
MM Abiy Ahimad ergaa baga geessanii ayyaana bara haaraa Ummata Sidaamaa Fichee Cambalaala dabarsan
Finfinnee, Eebla 11, 2015(FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Ayyaana jijjiirraa bara haaraa uummata Sidaamaa Fichee Cambalaalaa sababeeffachuun ergaa baga ittiin isin gahee…
Qaala’iinsa gatii hammeessuuf oomishni ashaboo kara seeraan alaa kuufame to’atamuu poolisiin…
Finfinnee, Eebla 10 ,2015 9FBC)- Qaala’iinsa gatii hammeessuuf oomishni ashaboo hedduun kara seeraan alaa kuufame to’atamuu gareen qorannoo poolisii beeksise.
Shakkamaan obbo Taaddalaa…
Ayyaanni Fichee Cambalaalaa rakkoo tokko malee akka kabajamuuf qophii gahaan taasifamuu ibsame
Finfinnee, Eebla 10 ,2015 9FBC)- Ayyaanni Fichee Cambalaalaa rakkoo tokko malee akka kabajamuuf qophii gahaan taasifamuu Komishiniin Poolisii naannoo Sidaamaa ibse.
Komishinarri…
Injinar Ayishaa Mahaammad Dhaabbata Nyaataafi Qonna Addunyaatti Itti waamamtuu Ityoophiyaa waliin…
Finfinnee, Eebla 10 ,2015 9FBC)- Ministirri Ministeera Jallisiifi Naannawaa Gammoojjii Injinar Ayishaa Mahaammad Dhaabbata Nyaataafi Qonna Addunyaatti Itti waamamtuu Ityoophiyaa Faaraay…
Hangaariin hariiroo Ityoophiyaa waliin qabdu fooyyessuuf kan hojjettu ta’uu mirkaneessite
Finfinnee, Eebla 10 ,2015 9FBC)- Hangaariin hariiroo daldalaa Ityoophiyaa waliin qabdu fooyyessuuf kan hojjettu ta’uu ibsite.
Ministirri Ministeera Daldalaafi Walitti Hidhamiinsa…