Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Hangaariin hariiroo Ityoophiyaa waliin qabdu fooyyessuuf kan hojjettu ta’uu mirkaneessite
Finfinnee, Eebla 10 ,2015 9FBC)- Hangaariin hariiroo daldalaa Ityoophiyaa waliin qabdu fooyyessuuf kan hojjettu ta’uu ibsite.
Ministirri Ministeera Daldalaafi Walitti Hidhamiinsa…
Hariiroon Ityoophiyaafi Raashiyaa michummaafi wal amantaarratti kan hundaa’e- Ambaasaaddar Ivjeenii…
Finfinnee, Eebla 10 ,2015 9FBC)- Hariiroon Ityoophiyaafi Raashiyaa waggoottan 125 lakkoofsise michummaafi wal amantaarratti kan hundaa’e ta’uu Ityoophiyaatti Ambaasaaddarri Raashiyaa…
Aadde Adaanach hoggantoota olaanoo Faawundeeshinii Koonraadi N. Hiiltan waliin mari’atan
Finfinnee, Eebla 10, 2015 (FBC) – Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen hoggantoota olaanoo Faawundeeshinii Koonraadi N. Hiiltan waliin mari’ataniiru.
Magaalaa Finfinnee…
Ejensiin Geejjiba Oromiyaa fi Dhaabbileen Leenjii Konkolaachistootaa Barattoota Harka qalleeyyiif…
Finfinnee, Eebla 10 ,2015 9FBC)- Ejensiin Geejjiba Oromiyaa fi Dhaabbileen Leenjii Konkolaachistootaa Barattoota Harka qalleeyyiif baajaajii 27 kennuu ibsame.
Baajaajonni kunneen…
Daawwannaan hoggantoonni biyyoota garaagaraa Ityoophiyaatti taasiisan boqonnaa Dippiloomaasii…
Finfinnee, Eebla 10, 2015 (FBC) – Daawwannaan hoggantoonni biyyoota garaagaraa Ityoophiyaatti taasiisan biyyattiin boqonnaa Dippiloomaasii haaratti ce’uu ishee kan mul’isu ta’uu Ministeerri…
Hojiin loltoota duraanii galmeessuufi gara giddugalaatti walitti qabuu Waxabajjii dhufu eegala…
Finfinnee, Eebla 10 ,2015 (FBC)- Hojiin loltoota duraanii galmeessuufi gara giddugalaatti walitti qabuu Waxabajjii dhufu kan eegalu ta’uu LKomishiniin Haaromsa Biyyaalessaa beeksise.…
Dhaabbileen Piroojektii Maaddiin Dhalootaaf marsaa 8ffaan deeggarsa taasisan ifooman
Finfinnee, Eebla 10 ,2015 9FBC)- Dhaabbileen Piroojektii Maaddiin Dhalootaaf marsaa 8ffaan deeggarsa taasisan ifoomaniiru.
Deeggarsi dhaabbileen garaagaraa piroojektii Maaddiin Dhalootaaf…
Oromoon haqa ragaa qofaan osoo hin taane, dhugaafi safuun laalee murteessa – Pireezidaanti Shimallis
Finfinnee, Eebla 10, 2015 (FBC) – Oromoon haqa ragaa qofaan osoo hin taane, dhugaafi safuun laalee murteessa jedhan Pireezidaantiin Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis…
Rakkoo qulqulina tajaajilaa manneen murtii furuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jira – MMWO
Finfinnee, Eebla 10, 2015 (FBC) – Rakkoo qulqulina tajaajilaa,dhaqqabummaafi si’aayina tajaajila manneen murtii furuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jiraachuu Manni Murtii Waligalaa Oromiyaa…
Kaabineen Bulchiinsa Yeroo Tigraay hidhamtoota gadi lakkisuu ilaalchisee murtoo dabarse
Finfinnee, Eebla 10 ,2015 9FBC)- Kaabineen Bulchiinsa Yeroo Tigraay adeemsa nageenyaa argame cimsuuf hidhamtoota yakkaan shakkamanii to’atamaniifi murtii seeraa jala jiran gadi lakkisuu…