Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ayyaana Shawaal Iid haala addaan kabajuuf qophiin taasiifamaa jira-Obbo Ordiin Badiri
Finfinnee, Eebla 9, 2015 (FBC) – Naannoo Hararii Ayyaana Shawaal Iid bara kanaa haala addaan kabajuuf qophiin taasiifamaa jiraachuu Pireezidaantiin naannichaa Obbo Ordiin Badiriin ibsan.…
Ministeerichi “Trade Mark Africa” waliin waliigaltee mallatteesse
Finfinnee, Eebla 9, 2015 (FBC) - Ministeerri Geejjibaa fi Loojistiksii Dhaabbata “Trade Mark Africa” waliin hojjechuuf waliigaltee mallatteesseera.
Waliigaltechis konkolaattota fe’umsaa…
Godina Harargee Lixaatti duulli talaallii beeyladoota Miiliyoona 4’f kennamuu eegale
Finfinnee, Eebla 9 ,2015 (FBC)- Duulli beeyladoota Miiliyoona 4 talaalchisuu godina Harargee Lixaa aanaa Mi’eessootti kennamuu eegaleera.
Duulli Talaalilli maxxantuu qaama alaa Hoolaa fi…
Obbo Musxafee Mahaammad Ityoophiyaatti bakka bu’aa ‘UNICEF’ waliin mari’atan
Finfinnee, Eebla 9, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin naannoo Somaalee Obbo Musxafee Mahaammad Ityoophiyaatti bakka bu’aa Dhaabbata Deeggarsa Daa’immanii Abbubakar Kaampoo waliin mari’ataniiru.…
Dhaabbanni Tajaajila Bishaan Dhugaatiifi Dhangala’oo magaalichaa Birrii miiliyoona 200 oliin…
Finfinnee, Eebla 9 ,2015 (FBC)- Dhaabbanni Tajaajila Bishaan Dhugaatiifi Dhangala'oo Magaalaa Jimmaa piroojektoota garaagaraa 45 Birrii miiliyoona 200 oliin ijaarsisaa jiraachuu beeksise.…
Dhaloota Barnootaan qarametu biyya jabduufi guddoo ijaaruu danda’a – Pireezidaanti Shimallis
Finfinnee, Eebla 9, 2015 (FBC) – Dhaloota Barnootaan qarametu biyya jabduufi guddoo ijaaruu danda’a Pireezidaantiin naannoo Oromiyaa Obbo Shimallisa Abdiisan.
Dhaloota Biyya ofii jaalatu…
Mootummaan dhaabbilee sirna daldalaa Piraamidii hordofan seera akka qabsiisu gaafatame
Finfinnee, Eebla 9, 2015 (FBC)-Dhaabbanni ‘Etcare’ jedhamu sirna daldalaa Piraamiidirratti bobba’ee hojjechaa jiraachuu namooni dhaabbatichaaf filamanii turan saaxilan.
Eeruu qaqqabe…
Piroojektii Carraa Hojii uumuurratti dhaabbilee Idil Addunyaa waliin mariin gaggeeffama jira
Finfinnee, Eebla 9 ,2015 (FBC)- Ministeerri Hojii fi Ogummaa piroojektii Carraa Hojii Uumuurratti dhaabbilee Idil Addunyaa waliin marii gaggeessaa jira.
Marichi carraa hojii uumuu…
Mariin jilli faayinaansii Ityoophiyaa Baankii Addunyaa fi Dhaabbataa Maallaqaa addunyaa waliin…
Finfinnee, Eebla 9, 2015 (FBC)- Jilli Faayinaansii Ityoophiyaa, Baankii Addunyaa fi Dhaabbtaa Maallaqaa Addunyaa waliin torban tokkoof mariin taasisaa ture xumurameera.
Ameerikaatti…
Hordoftoonni Amantaa Kiristiyaanaa biyyaa keenyaa baga nagaan Ayyaana Du’aa Ka’uun isin…
Finfinnee, Eebla 8, 2015 (FBC)- Hordoftoonni Amantii Kiristiyaanaa biyya keenyaa bagaa Ayyaana Du’aa Ka’uu nagaan isin gahee jechuun Pireezidaantiin FDRI Saahilawarqi Zawudeen ibsan.…