Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Kaabineen Bulchiinsa Yeroo Tigraay hidhamtoota gadi lakkisuu ilaalchisee murtoo dabarse
Finfinnee, Eebla 10 ,2015 9FBC)- Kaabineen Bulchiinsa Yeroo Tigraay adeemsa nageenyaa argame cimsuuf hidhamtoota yakkaan shakkamanii to’atamaniifi murtii seeraa jala jiran gadi lakkisuu…
Obbo Dammaqaa Makonnin gita isaanii Hangaarii waliin mari’atan
Finfinnee, Eebla 10 ,2015 9FBC)- Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonnin Ministira Dhimma Alaafi Ministira Daldalaa Hangaarii Piitar…
Magaalota baadiyyaa 200 ol fayyadamoo tajaajila elektirikaa taasisuuf hojjetamaa jiraachuu ibsame
Finfinnee, Eebla 10, 2015(FBC)- Magaalota baadiyyaa 200 ol fayyadamoo tajaajila elektirikaa taasisuuf hojjetamaa jiraachuu Tajaajilli Elektirikaa Ityoophiyaa beeksise.
Tajaajilichi…
Hangaariin tumsa Ityoophiyaa waliin qabdu cimsitee kan itti fuftu ta’uu beeksifte
Finfinnee, Eebla 10, 2015(FBC)- Hangaariin damee barnootaan tumsa Ityoophiyaa waliin qabdu cimsitee kan itti fuftu ta’uu beeksifiteerti.
Ministirri Ministeera Barnootaa Piroofeesar…
Himatamtoonni uffata seeraa Poolisii Federaalaa uffachuun meeshaa waraanaan saamicha raawwaatan…
Finfinnee, Eebla 10, 2015 (FBC) – Himatamtoonni uffata seeraa Poolisii Federaalaa uffachuun meeshaa waraanaa fayyadamuun saamicha qabeenya Birrii Kuma 395 raawwatan adabbii cimaa waggaa 13…
Kutaa magaalaa Qiirqoositti Piroojektoonni guyyoota 90 eebbifaman
Finfinnee, Eebla 10, 2015(FBC)- Magaalaa Finfinnee Kutaa Magaalaa Qiirqoositti piroojektoonni guyyoota 90 eebbisiifamaniiru.
Warshaan daabboo Barakat guyyaatti daabboofi keekii kuma 300-…
Ministeerichi walta’iinsa Sagantaa Misoomaa Addunyaa waliin qabu cimsuuf waliigale
Finfinnee, Eebla 9, 2015 (FBC)- Ministeerri Pilaanii fi Misoomaa, walta’iinsaa sagantaa Misoomaa Dhaabbata Mootummota Gamtoomanii Waliin qaban cimsuuf waliigalteera ga’aniiru.
Ministirri…
Ambaasaaddar Misgaanuu Argaa Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Sudaan waliin mari’atan
Finfinnee, Eebla 9, 2015 (FBC)-Ministir Deetaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Misgaanuu Argaan, Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Sudaan Jamaal EL Sheek waliin mari’ataniiru.
Mariin…
Obbo Dammaqaa Mokonnin gita isaanii Sudaan waliin bilbilaan mari’atan
Finfinnee, Eebla 9, 2015 (FBC)- Ittaanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Mokonnin gita isaanii Ministira Dhimma Alaa Sudaan Alii El Saadiig Alii waliin bilbilaan…
Ummanni Sudaan haala keessa jiran furuuf beekumsaa fi dandeettii gahaa qabu–MM Abiy Ahimad
Finfinnee, Eebla 9, 2015 (FBC)-Ummanni Sudaan haalaa biyyattiitti yeroo amma mudate furuuf beekumsaa fi dandeettii gahaa qabu jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad.
Muummeen…