Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Abbaan Taayitaa Miidiyaalee Ityoophiyaa Televizhiinii ESAT’f akeekkachiisa barreeffamaa xumuraa…
Finfinnee, Eebla 5, 2015(FBC)- Abbaan Taayitaa Miidiyaalee Ityoophiyaa Televizhiinii ESAT’f akeekkachiisa barreeffamaa xumuraa kenne.
Televizhiiniin ESAT yeroo dhiyoo asitti gabaasota…
Waajjirri Muummee Ministiraa hojjettoota galii gadi aanaa argataniif 220’f maaddii qoode
Finfinnee, Eebla 5, 2015(FBC)- Waajjirri Muummee Ministiraa bakkaa Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad argamanitti hojjettoota waajjirichaa galii gadi aanaa argataniifi daa’imman buusii…
Naannichatti gaaffilee bu’uuraalee misoomaa daandiirratti ka’an deebisuuf hojjetamaa jira jedhame
Finfinnee, Eebla 5, 2015(FBC)- Naannoo Sidaamaatti gaaffilee bu’uuraalee misoomaa daandiirratti ka’an deebisuuf hojjetamaa jiraachuu Pireezidaantiin naannichaa obbo Dastaa Leeddaamoon ibsan.…
Obbo Dammaqaa Mokonniin Ministira Dhimma Alaa Hiindii waliin mari’atan
Finfinnee, Eebla 5, 2015 (FBC)- Itti Aanaan Muummee Ministira fi Ministirri Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Mokonniin, Ministira Dhimma Alaa Hiindii Subraahimaaniyaa Jaayishankar waliin mari’atan.…
Kontirobaandii midhaanii qindoominaan ittifamaa jiraachuun ibsame
Finfinnee, Eebla 5, 2015 (FBC)- Daldala seeraan alaa fi kontirobaandii midhaan irratti mul’atu qindoominaan ittifamaa jiraachuun ibsame.
Biiroon Daldalaa Oromiyaa fi Eejensiin Babal’ina…
Bulchiinsi magaalaa Finfinnee namoota harka qalleeyyii kuma 256 oliif maaddii qoode
Finfinnee, Eebla 5, 2015(FBC)- Bulchiinsi magaalaa Finfinnee Ayyaanota Faasikaafi Iid Al Faxir sababeeffachuun namoota harka qalleeyyii kuma 256 oliif maaddii qoode.
Waajjirri Kantiibaa…
Sagantaan jalqabsiisa hojmaata galmee fi ibsa keessummeessa imala Hajjii 1444ffa gaggeeffame
Finfinnee, Eebla 5, 2015 (FBC)- Manni Maree Waliigala Dhimmoota Islaamummaa sagantaa jalqabsiisa hojmaata galmee fi ibsa keessummeessa imala Hajjii 1444ffaa gaggeesseera.
Imalli Hajji…
Ambaasaaddar Tafarraa Darribawu Hojii Raawwachiisaa Olaanaa Fandii Misoomaa Chaayinaa-Afrikaa waliin…
Finfinnee, Eebla 5, 2015(FBC)- Chaayinaatti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Ambaasaaddar Tafarraa Darribawu Hojii Raawwachiisaa Olaanaa Fandii Misoomaa Chaayinaa-Afrikaa Shii Wuunzhi waliin…
Kitaabni ‘Dhaloota Ida’amuu’ filmaata gabaa oonlaayiniin dhiyaate
Finfinnee, Eebla 5, 2015 (FBC)- Kitaabni dhiyeenya Muummee Ministiraa FDRI Abiy Ahimadiin barreeffame kitaaba Dhaloonni Ida’amuu oonlaayinii gurguramuu eegaleera.
Gurgurtaan oonlaayinii…
Miseensonni Faannoo hidhannoon Kaaba Walloo keessa socho’an dhiifama gaafachuun gara jireenya…
Finfinnee, Eebla 4, 2015 (FBC) – Miseensonni Faannoo hidhannoon Kaaba Walloo keessa socho'an waamicha Mootummaan taasise fudhachuun dhiifama gaafachuun gara jireenya idilee isaanitti…