Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Kaabineen naannoo Ummattoota Kibbaa dhimmoota adda addaarratti murtoo dabarse
Finfinnee, Eebla 4, 2015 (FBC) – Manni Maree Bulchiinsaa Naannoo Ummattoota Kibbaa walga’ii idilee har’a gaggeesseen dhimmoota adda addaarratti mari’achuun murtoo dabarseera.
Manni…
Kaabineen naannoo Hararii dhimmoota adda addaarratti murtoo dabarse
Finfinnee, Eebla 4, 2015 (FBC) – Manni Maree Bulchiinsaa Naannoo Hararii walga’ii idilee har’a gaggeesseen dhimmoota adda addaarratti mari’achuun murtoo dabarseera.
Manni marichaa misooma…
Obbo Dammaqaan miseensota giddu gala seenaa, Hambaalee fi barnoota Ummattoota Gurraachaa waliin…
Finfinnee, Eebla 4, 2015 (FBC) – Itti Aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonniin miseensota giddu gala seenaa, Hambaalee fi barnoota Ummatoota Gurraachaa…
Jilli Obbo Geetuun durfamu Godina Harargee Bahaa Aanaa Gurawaatti hojii kunuunsa qabeenya Uumamaa…
Finfinnee, Eebla 4, 2015 (FBC) – Jilli Hogganaa Biiroo Qonnaa Oromiyaa Obbo Geetuu Gammachuun durfamu Godina Harargee Bahaa Aanaa Gurawaatti hojii kunuunsa qabeenya Uumamaa daawwateera.…
Baankiin Misoomaa Ityoophiyaa Tiraaktaroota Qonnaa maamiltootaaf dabarse
Finfinnee, Eebla 4, 2015 (FBC) – Baankiin Misoomaa Ityoophiyaa deeggarsa maallaqaa Baankii Misoomaa Jarmanirraa argateen Tiraaktaroota Qonnaa 17 maamiltootaa Faayinaansii Liiziif dabarseera.…
Pireezidaant Saahilawarq lammiilee harka qalleeyyiif maaddii qoodan
Finfinnee, Eebla 4, 2015(FBC)- Pireezidaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen Ayyaanota Faasikaafi Iid Alfaxir sababeeffachuun lammiilee harka qalleeyyiif maaddii qoodaniiru.
Pireezidaanti…
Namoonni dhuunfaan meeshaa Bu’uuraalee misooma Elektirikaa Birrii miliyoona 5.9 olitti tilmaamamu…
Finfinnee, Eebla 4, 2015 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti namoonni dhuunfaan meeshaa Bu’uuraalee misooma Elektirikaa Birrii miiliyoona 5.9 olitti tilmaamamu hatan to’atamuu Poolisiin magaalaa…
Manni murtichaa Dooktar Muluuqan Habtuu dabalatee himatamtoonni 5 bilisaan akka ba’an murteesse
Finfinnee, Eebla 4, 2015 (FBC) – Manni murtichaa Hogganaa Biiroo Ogummaa fi Teeknikaa Magaalaa Finfinnee kan turan Dooktar Muluuqan Habtuu dabalatee himatamtoonni 5 bilisaan akka ba’an…
Buqqaatota Ityoophiyaatti argaman deeggaruuf Doolara miiliyoona 62 barbaachisa jedhame
Finfinnee, Eebla 4, 2015(FBC)- Buqqaatota Ityoophiyaatti argaman deeggaruuf Doolarri miiliyoonni 62 kan barbaachisu ta’uu Sagantaan Nyaata Addunyaa beeksise.
Baatiiwwan jahan itti…
Mootummaan naannichaa tiraakteroota 22 godinaaleef raabse
Finfinnee, Eebla 4, 2015(FBC)- Mootummaan naannoo Kibba Lixa Ityoophiyaa tiraakteroota 22 godinaaleef raabsuu ibsame.
Oomishaafi oomishtummaa qonnaan bultoota naannichaa guddisuuf…