Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Eeruuwwan malaanmaltummaa 52 qoratamaa jiru
Finfinnee, Bitootessa 25, 2015 (FBC)- Naannoo Beenishaangul Gumuzitti malaanmaltummaan walqabatee eeruuwwaan 52 simachuun qorannoo gaggeessuu eegaluu Koreen Farraa Malaanmaltummaa naannichaa…
Pirojektiin Gorgoraa baatii sadiin booda tajaajila akka eegalu eerame
Finfinnee, Bitootessa 25, 2015 (FBC)- Pirojektiin Gorgoraa baatii sadiin booda tajaajila kennuu akka eegalu himame.
Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad qaama Pirojektii “Maaddiin…
Shira gabaa finxaaleyyiin uumame cinatti rakkoon gaggeessummaa qaala’insa gabaa mul’ateef sababa…
Finfinnee, Bitootessa 25, 2015 (FBC) – Shira gabaa finxaaleyyiin uumame cinatti rakkoon gaggeessummaa qaala’insa gabaa mul’ateef sababa ijoo ta’uu Itti Aanaan Pireezidaantii Mootummaa…
Ityoophiyaa, Gamtaa Awurooppaa fi Faransaay waliigaltee deeggarsa Yuuroo miiliyoona 32 mallatteessan
Finfinnee, Bitootessa 25, 2015 (FBC)- Ityoophiyaa, Gamtaa Awurooppaa fi Ejensiin Misoomaa Faransaay waliigaltee deeggarsa maallaqaa Yuuroo miiliyoona 32 mallatteessaniiru.
Waliigaltechas…
Jeneraalonniifi qindaaltonni waraanaa Eertiraa Inistiitiyuutii Artifishaal Intalajansii fi…
Finfinnee, Bitootessa 25, 2015(FBC)- Jeneraalonniifi qindaaltonni waraanaa Eertiraa Inistiitiyuutii Artifishaal Intalajansii fi Bulchiinsa Nageenya Odeeffannoo daawwachuu ibsame.
Gareen…
Qabeenya Turizimii naannoo Oromiyaa beeksisuuf hojjetamaa jiraachuu ibsame
Finfinnee, Bitootessa 25, 2015 (FBC) – Qabeenya Turizimii Naannoo Oromiyaa beeksisuun galii damichaarra argamu guddisuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jiraachuu Komishiniin Turizimii Oromiyaa…
Hidhi Abbayyaa pirojektii fakkeenyummaa faayidaa hedduu naannawaati -Xiinxalaa Sudaan
Finfinnee, Bitootessa 25, 2015 (FBC)-Hidhi Guddichi Haaromsa Ityoophiyaa yaa’icha dabalatee faayidaa biyyootaa kan eegsisu pirojektii fakkeenyummaa misoomaa Afrikaati jedhan Dippilomaatiin…
Sagantaan Waloo Kadhannaa Soomaa Finfinneetti gaggeeffame
Finfinnee, Bitootessa 24, 2015 (FBC)- Sagantaan Waloo Kadhannaa Soomaa Ramadaanaa fi Sooma Faasikaa Mooraa Waajjiraa Kantiibaa Bulchiinsa Magaala Finfinneetti gaggeeffame.…
Ragaalee barnootaa kuma 18 sakata’aman keessaa 900 kan sobaati-ATLB
Finfinnee, Bitootessa 24, 2015 (FBC)- Mirkaneessa seeraa qabeessummaa ragaalee barnootaa kuma 18 irratti taasifameen ragaaleen 900 soba ta’anii argamuu Abbaan Taayitaa Leenjii Barnootaa…
Ityoophiyaanonni buqqaatota Naannoo Amaaraatti argaman akka deeggaran waamichi dhiyaate
Finfinnee, Bitootessa 24, 2015 (FBC)- Koomishiniin Ittisaa Balaa fi Wabii Nyaataa Naannoo Amaaraa lakkoofsi buqqaatota naannichaa dabalaa waan jiruuf Ityoophiyaanonni deeggarsa akka taasisan…