Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Hiriirri deeggarsaa nagaan goolabameera-BKO
Finfinnee, Bitootessa 24, 2015 (FBC)- Hiriirri deeggarsaa Naannoo Oromiyaa keessatti gaggeeffame nagaan goolabamuu Hogganaan Biiroo Kominikeeshinii Oromiyaa Obbo Hayiluu Addunyaa Ibsan.…
Galatoomaa-Pir. Shimallis Abdiisaa
Finfinnee, Bitootessa 24, 2015 (FBC)- Pireezidaantiin Naannoo Oromiyaa Obboo Shimallis Abdiisaa hawaasaa hiriiraa ba’uun deeggarsa isaa calaqqisiise galateeffataniiru.
Obbo Shimallis gama…
Finfinneetti namoota 500’f maaddiin qoodame
Finfinnee, Bitootessa 24, 2015 (FBC)- Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee Soomaa Ramadaanaa sababeeffachuun namoota 500’f baasii Birrii miiliyoona 6.3'n maaddii qoodeera.
Sagantaa kanaan…
Paartiin Badhaadhinaa Oromiyaa Ummata deeggarsa isaa calaqqisiise galateeffate
Finfinnee, Bitootessa 24, 2015 (FBC)- Paartiin Badhaadhinaa Damee Oromiyaa injifannoo jijjiiramaan booda argamee fi milkaa'inaalee itti fufsiisuuf hiriira ba'uun deeggarsaa isaa mul'ise…
Qormaatilee yeroo ce’uun badhaadhina Itoophiyaa fi tokkummaan uummata ishee ni…
Finfinnee, Bitootessa 24, 2015 (FBC)-Qormaatilee yeroof mul'atan hundaa ce'uun badhaadhina Itoophiyaa fi tokkummaan uummata ishee akka mirkanaa'u Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee…
Hojiileen misooma Qamadii Beenishaangul Gumuz jajjabeessoodha-Dooktar Girmaa Amantee
Finfinnee, Bitootessa 24, 2015 (FBC)- Hojiileen misooma Qamadii Naannoo Beenishaangul Gumuz jajjabeessoo ta’uu Ministirri Ministeera Qonnaa Dooktar Girmaa Amanteen ibsan.
Jilli Dooktar…
Godina Boorana Bahaatti hiriirri deeggarsaa injifannoo fi milkaa’ina jijjiiramaan argame itti…
Finfinnee, Bitootessa 24, 2015 (FBC)- Godina Boorana Bahaatti hiriirri deeggarsaa injifannoo fi milkaa’ina jijjiiramaan booda argame itti fufsiisuuf kaayyeffate Magaalaa Nageellee…
Sagantaan Mana Maree Biyyaalessaa Dargaggootaa hundeessuu gaggeeffame
Finfinnee, Bitootessa 24, 2015 (FBC)- Sagantaan Mana Maree Biyyaalessaa Daraggootaa hundeessuu gaggeeffame.
Sagantichi Mata duree “Manaa Maree Daraggoota Ityoophiyaa Sagalee…
Hiriirri deeggarsaa Magalaa Magaalaa Roobeetti gaggeeffame
Finfinnee, Bitootessa 24, 2015 (FBC)- Hiriirri deeggarsaa injifannoofi milkaa’ina jijjiiramaan argame itti fufsiisuu kaayyeffate jiraattota Magaalaa Roobeen gaggeeffameera.
Injifannoo…
Hiriirri deeggarsaa Magalaa Bulee Horaatti gaggeeffame
Finfinnee, Bitootessa 24, 2015 (FBC)- Bulchiinsi Magaalaa Bulee Horatti injifannoo fi milkaa'ina waggaa 5ffaa jijjiirama as argame milkeessuu fi Bitootessa 24 Muummichi Ministeeraa Abiyyi…