Browsing Category
Oduu biyya keessaa
MM Abiy Ahimad masaraa Faasiladas daawwatan
Finfinnee, Bitootessa 23, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Goondaritti argamuun Masaraa seenaa qabeessa Faasiladas daawwataniiru.
Naannawaa kanatti abbootiin hojii…
Hiriirri deeggarsaa guutuu Oromiyaatti boru ni gaggeeffama – Obbo Hayiluu Addunyaa
Finfinnee, Bitootessa 23, 2015 (FBC) – Hiriirri deeggarsaa injifannoo fi milkaa’ina jijjiiramaan booda argame itti fufsiisuuf kaayyeffate guutuu Oromiyaatti Boru kan gaggeeffamu ta'uu…
Barsiisummaan ogummaa kabajamaa dhaloota beekumsaafi dandeettii gonfachiisudha – Pireezidaanti…
Finfinnee, Bitootessa 23, 2015 (FBC) –Barsiisummaan ogummaa kabajamaa dhaloota beekumsaafi dandeettii gonfachiisu ta'uu Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan…
Jilli Obbo Dassitaan durfamu misooma Abaaboo Aanaa naannawwa magaalaa Hawaasaa daawwate
Finfinnee, Bitootessa 23, 2015 (FBC) –Jilli Pireezidaantii Naannoo Sidaamaa Obbo Dassitaa Leeddaamoon durfamu misooma Abaaboo Aanaa naannawwa magaalaa Hawaasaa daawwateera.
Rakkoo sharafa…
Hidha Haaromsa Guddichaa Ityoophiyaa xumuruun hoggansa milkaa’ina; Uummataaf injifannoodha…
Finfinnee, Bitootessa 23, 2015 (FBC) –Hidha Haaromsa Guddichaa Ityoophiyaa xumuruun hoggansaaf milkaa'ina; Uummataaf injifannoo ta'uu Daarektarri Waajjira Qindeessaa Mana Maree Hirmaannaa…
Barsiisummaan haadhoo ogummaa hundaati – Obbo Abdulhakiim Muluu
Finfinnee, Bitootessa 23, 2015 (FBC) – Barsiisummaan haadhoo ogummaa hundaati jedhan Sadarkaa Itti Aanaa Pireezidaantiitti qindeessaan Kilaastara Hawaasummaa Oromiyaa Obbo Abdulhakiim…
Sirni Badhaasa dubartoota Afrikaa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Bitootessa 23, 2015 (FBC) – Sirni Badhaasa dubartoota Afrikaa 2023 magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira.
Dubartoota bara kana raawwii gaarii galmeessanii fi naannoo…
Aadde Adaanach harka qalleeyyiic150 fi kaafamtoota misoomaa 50f manneen waliin jireenyaa dabarsan
Finfinnee, Bitootessa 23, 2015 (FBC) – Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen manneen waliin jireenyaa guyyoota 90 keessatti sagantaa misooma namarratti xiyyeeffateen…
Bitooteessi 24 Siidaa Bilisummaafi Walqixxummaati! – Bulchiinsa Magaalaa Shaggar
Finfinnee, Bitootessa 23, 2015 (FBC) – Bitooteessi 24 Siidaa Bilisummaafi Walqixxummaa ta’uu Bulchiinsi Magaalaa Shaggar beeksiise.
Magaalaa Shaggaritti kabajni guyyaa seenaa qabeessa…
Maatiin nu uume,barsiisaan garuu lubbuu nutti hore – Dooktar Tolaa Barisoo
Finfinnee, Bitootessa 23, 2015 (FBC) – Guyyaan barsiisotaa sadarkaa Oromiyaatti kabajamaa jira.
Maatiin eeyyama waaqayyoon nu uumanis barsiisonni garuu akka waa kalaqnu,waa beeknee biyya…