Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Baatiiwwan 3 dhufanitti xaa’oon kuntaalli miiliyoonni 7 ol gara biyyaa ni gala- Ministeera Qonnaa
Finfinnee, Bitootessa 23, 2015(FBC)- Baatiiwwan 3 dhufanitti xaa’oon kuntaalli miiliyoonni 7fi kumni 700 gara biyyaa kan galu ta’uu Ministeerri Qonnaa beeksise.
Bara oomishaa 2015/16’f…
Faawundeeshiniin Maastar Kaard Sagantaa Ityoophiyaaf Doolaara miiliyoona 630 ol raggaasise
Finfinnee, Bitootessa 23, 2015(FBC)- Faawundeeshiniin Maastar Kaard Marsaa 2ffaa Sagantaa Ityoophiyaaf Doolaara miiliyoona 630 ol raggaasisuu Ministeerri Hojiifi Ogummaa beeksise.…
Jilli Obbo Awwaluu Abdiin durfamu Koollejjii Leenjii Poolii Teeknikaa Atleet Qananniisaa Baqqalee…
Finfinnee, Bitootessa 23, 2015 (FBC) – Jilli Itti Aanaa Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu Abdiin durfamu Koollejjii Leenjii Poolii Teeknikaa Atleet Qananniisaa Baqqalee…
Obbo Dammaqaan hawaasa Dippiloomaasii teessoo isaanii Finfinnee taasisan waliin sagantaa Afxiraa…
Finfinnee, Bitootessa 22, 2015 (FBC) –Itti Aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonniin hawaasaa Dippiloomaasii fi dhaabbilee idil addunyaa Finfinneetti…
Hojiin deeggarsa walitti qabuu hidhichaa haala kalaqaan deeggarameen cimuu qaba – Obbo…
Finfinnee, Bitootessa 22, 2015 (FBC) –Fedhii hawaasni Hidha Haaromsaa tumsuuf qabu akkaataa madaaluun hojiin deeggarsa walitti qabuu hidhichaa haala kalaqaan deeggarameen cimuu akka qabu…
Godaansaa deebitoonni kuma 1fi 136 ogummaa garaagaraan leenji’an eebbifaman
Finfinnee, Bitootessa 22, 2015 (FBC)- Koolleejiiwwan Barnoota Leenjii Teekinikaa fi Ogummaa Finfinnee, ogummaa garaagaraan leenji’aa kan turan godaansaa deebitoonni kuma 1fi 136…
Lakkooftuun karaa seeraan alaa namoota dhuunfaaf gale 17 to’atame
Finfinnee, Bitootessa 22, 2015 (FBC) – Lakkooftuun tajaajila Elektirikaa karaa seeraan alaa namoota dhuunfaaf gale 17 to'atamuu Tajaajilli Elektirikaa Ityoophiyaa beeksise.
Lakkooftuuwwan…
MM Abiy Ahimad Pireezidaantii Gamtaa Koomoroos waliin mari’atan
Finfinnee, Bitoootessa 22, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Pireezidaantii Gamtaa Koomoroosii fi Dura Taa’aa yeroo Gamtaa Afrikaa Azaalii Asumaanii waliin dhimmoota…
Mootummaan naannoo Oromiyaa lammiilee godina koonsoo hongeen miidhameef deeggarsa Birrii miiliyoona…
Finfinnee, Bitootessa 22, 2015(FBC)- Mootummaan naannoo Oromiyaa lammiilee godina koonsoo hongeen miidhameef deeggarsa midhaan nyaataa Birrii miiliyoona 20’tti shallagamu taasisuu ibsame.…
Magaalaa Shaggar ammayyeessuuf tumsi hayyootaa barbaachisaadha – Dooktar Tashoomaa Addunyaa
Finfinnee, Bitoootessa 22, 2015 (FBC) – Magaalaa Shaggar magaala jireenyaaf mijattuu fi ammayyooftuu taate ijaaruuf deeggarsi hayyootaa murteessaa ta’uu Kantibaan magaalichaa Dooktar…