Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Aadde Adaanach Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Faransaay waliin mari’atan
Finfinnee, Bitoootessa 22, 2015 ( FBC)- Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen Ityoophiyaatti Ambaasaaddaraa Faransaay Reemii Maariishooo waliin mari’ataniiru.
Magaalaa…
Godina Booranaatti Pirojektoonni bishaan dhugaatii Faawundeeshinii Artist Hacaaluu Hundeessaan Birii…
Finfinnee, Bitootessa 22, 2015(FBC)- Godina Booranaatti Pirojektoonni bishaan dhugaatii Faawundeeshinii Artist Hacaaluu Hundeessaan Birrii miiliyoona 22fi Kuma 148 oliin ijaaraman xumuramuun…
Oromiyaatti barnoota Afaan Faraansaay cimsuurratti Jila Faransaay waliin mari’atame
Finfinnee, Bitootessa 22, 2015 (FBC)- Hogganaan Biiroo Barnootaa Oromiyaa Dooktar Tolaa Bariisoon Ministeera Dhimma Alaa Faransaayitti Jila Itti Aantuu Daarektara Barnoota Afaan…
Balaa Tiraafikaa qaqqabeen lubbuun namoota 8 darbe
Finfinnee, Bitootessa 22, 2015 (FBC) – Naannoo Amaaraa Godina Awwii aanaa Baanjaa fi Nnaannoo Ummattoota Kibbaa Godina Geedi’oo magalaa Wanaagootti balaa Tiraafikaa qaqqabeen lubbuun namoota…
Tajaajilichi Magaalotaa 10tti fooyyessa sararoota raabsaa gaggeessuufi
Finfinnee, Bitootessa 22, 2015 (FBC)- Tajaajilli Elektirikii Ityoophiyaa magaalota 10tti pirojektii fooyyessa sararoota raabsaa gaggeessuuf akka ta’e beeksise.
Pirojektiin…
Adeemsa jijjiiramaan bu’aalee damee hundaan galmaa’an itti fufsiisuuf mootummaan ga’umsaa fi…
Finfinnee, Bitootessa 22, 2015 (FBC)- Adeemsa jijjiiramaan bu’aalee damee hundaan galmaa’an itti fufsiisuuf mootummaan ga’umsa caaluun, kutannoon akka hojjetu Mana Maree Bakka Bu’oota…
Naannichatti sagantaa gurgurtaa kitaaba Dhaloota Ida’amuun Birrii miiliyoona 880 ol walitti qabamuuf…
Finfinnee, Bitootessa 22, 2015 (FBC) – Naannoo Amaaraatti sagantaa gurgurtaa kitaaba Dhaloota Ida’amuu baatii tokkoof gaggeeffamuun Birrii miiliyoona 880 ol walitti qabamuuf hojjetamaa…
Pireezidaantii Saahilawarqi mana jireenyaa isaaniitti sagantaa Afxiraa gaggeessan
Finfinnee, Bitootessa 22, 2015 (FBC)- Soomaa Ramadaanaa sababeeffachuun Pireezidaantiin Ityoophiyaa Saahilawarqi Zawudeen mana jireenyaa isaaniitti sagantaa Afxiraa qopheessaniiru.…
Lammiilee waraanaan miidhaman deebisanii dhaabuun nageenya waaraa mirkaneessuuf hojjechuun…
Finfinnee, Bitootessa 22, 2015(FBC)- Lammiilee waraana kaaba biyyattiitti mudatee tureen miidhaman deebisanii dhaabuun nageenya waaraa mirkaneessuuf hojjechuun barbaachisaa ta’uu ibsameera.…
Naannichatti sagantaan kitaaba Dhaloota Ida’amuu dubbiftootaa biraan ga’uu gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Bitootessa 22, 2015 (FBC) – Naannoo Beenishaanguul Gumuzitti sagantaan kitaaba Dhaloota Ida’amuu dubbiftootaaf qaqqabsisuu gaggeeffamaa jira.
Galii kitaabicharraa argamuun…