Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Amantaa da’eeffachuun qaamolee ajandaa siyaasaa tarkaanfachiisaanirratti waloon qabsaa’uu…
Finfinnee, Bitootessa 20, 2015 (FBC)- Amantaa da’eeffachuun qaamolee ajandaa siyaasaa tarkaanfachiisuuf carraaqanirratti waloon qabsaa’uu akka barbaachisu Hoggantuun Biiroo Bulchiinsaaf…
Ityoophiyaan walga’ii 43ffaa Koree Seera Kabachiisaa Dhaabbata Gumurukaa Addunyaarratti hirmaachaa…
Finfinnee, Bitootessa 20, 2015 (FBC)- Ityoophiyaan walga’ii 43ffaa Koree Seeraa Kabachiisaa Dhaabbata Gumurukaa Addunyaa Beeljiyam Biraaselsitti gaggeeffamaa jirurratti hirmaachaa jirti.…
Balaa ibiddaa Finfinnee Kutaa Magaalaa Addis Katamaatti mudateen miidhaan qaqqabe
Finfinnee, Bitootessa 20, 2015 (FBC)- Magaalaa Finfinnee Kutaa Magaalaa Addis Katamaa bakka addaa ‘Adaree‘ jedhamuutti balaa ibiddaa mudateen miidhaan qabeenyarra qaqqabuun Koomishiniin…
Dhaabbileen lamaan waliin hojjechuuf waliigalan
Finfinnee, Bitootessa 20, 2015 (FBC) – Ministeerri Dhimma Alaa fi Tajaajilli Odeeffannoo fi Tika Biyyaalessaa dhimoota waloo biyyaalessaarratti waliin hojjechuuf waliigaltee mallateessan.…
Pireezidaanti Saahilawarq Pireezidaantii Ejansii farra si’eessuu addunyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Bitootessa 20, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin FDRI Saahilawarqi Zawdeen Pireezidaantii Ejansii Farra Si’eessituu Addunyaa Wiitooldii Baankaa fi jila isaaniin durfamu waliin…
Sararri bilbilaa namoota hongeen miidhamaniif galii walitti qabuuf oolu ifoome
Finfinnee, Bitootessa 20, 2015 (FBC) - Naannoo Oromiyaatti namoota hongeen miidhamaniif galii walitti qabuuf akka oolu Ityoo Teeleekoomiin sarara bilisaa ifoomseera.
Haaluma kanaan…
Jilli Aadde Caaltuun durfamu Warshaa Simmintoo Naashinaalii Lamii daawwatan
Finfinnee, Bitootessa 20,2015 (FBC)- Jilli Ministira Ministeera Magaalaa fi Bu’uuraalee Misooma Aadde Caaltuu Saaniin durfamu haala ijaarsa Warshaa Simmintoo Naashinaalii Lamii daawwateera.…
Misooma anniisaaf hirmaannaan damee dhuunfaa barbaachisaa ta’uun akeekame
Finfinnee, Bitootessa 20, 2015 (FBC)- Misooma anniisaaf hirmaannaan damee dhuunfaa barbaachisaa ta’uu Ministeerrii Bishaanii fi Inarjii beeksise.
Waltajjiin filmaata anniisaarratti…
“Nageenyi daldalaaf; daldalli nageenyaaf” mata duree jedhuun mariin gaggeeffame
Finfinnee, Bitootessa 20, 2015 (FBC)- Giddugalli Intarpiraayizoota Dhuunfaa Idil Addunyaa mata duree “Nageenyi daldalaaf; daldalli nageenyaaf” jedhuun marii gaggeesseera.
…
Naannoon Oromiyaa sirna beekkamti kennuu marsaa 3ffaa gaggeesse
Finfinnee, Bitootessa 20 ,2015 (FBC)- Naannoon Oromiyaa qaamoolee lammiilee hongeen miidhamaniif deeggarsaa taasisaan sirna beekkamti kennu marsaa 3ffaa gaggeesseera.
Namoota dhuunfaa,…