Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Oromiyaatti qulqullina barnootaa mirkaneessuuf qooda fudhattoota hirmaachisuun hojjetamaa jira-…
Finfinnee, Fulbaana 18, 2018 (FMC) – Naannoo Oromiyaatti qulqullina barnootaa mirkaneessuuf qooda fudhattoota hirmaachisuun hojjetamaa jira jedhan Hogganaan Biiroo Barnootaa Naannichaa…
Waldichi hojiilee eegale caalmaatti cimsuun seenaa hojjechuu qaba- Obbo Shimallis Abdiisaa
Finfinnee, Fulbaana 18, 2018 (FMC) – Waldaan Qorannoo Oromoo hojiilee eegale caalmaatti cimsuun seenaa hojjechuu qaba jedhan Pirezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis…
Hidhi Guddichi Haaromsaa Itiyoophiyaarra darbee diinagdee biyyoota ollaa keessatti qooda olaanaa…
Finfinnee, Fulbaana 18, 2018 (FMC) – Hidhi Guddichi Haaromsaa Itiyoophiyaarra darbee diinagdee biyyoota ollaa guddisuu keessatti qooda olaanaa qaba jedhan hayyoonni.
Yuuniivarsiitii…
Mootummaan hanqinaalee kenniinsa tajaajilaa mul’atan furuuf hojjetaa jira – Dooktar Fitsuum…
Finfinnee, Fulbaana 18, 2018 (FMC) – Mootummaan hanqinaalee kenniinsa tajaajilaa sadarkaa hundatti mul’atan furuuf hojjetaa jira jedhan Ministirri Ministeera Pilaanii fi Dooktar Fitsuum…
Irreecha haala ho’aa ta’een kabajuuf qopheefnerra – Abbootii Gadaa
Finfinnee, Fulbaana 18, 2018 (FMC) – Irreecha akkaataa duudhaa aadaa eegeen haala ho’aa ta’een kabajuuf qopheefnerra jedhan Abbootiin Gadaa.
Irreechi baranaa mata duree ‘Irreechaa…
Tajaajilli Giddugala tokkoo Masoob Tajaajila lammiileef kannemu ni fooyyessa – obbo Araggaa…
Finfinnee, Fulbaana 18, 2018 (FMC) – Naannaa Amaaraatti tajaajilli giddugala tokkoo Masoob magaalaa Bahiirdaaritti hojii eegaleera.
Pireezidaantii naannichaa obbo Araggaa Kabbadaa,…
Ayyaanni Masqalaa Magaalota garaagaraatti kabajamaa jira
Finfinnee, Fulbaana 17, 2018 (FMC) – Ayyaanni Masqalaa Magaalota garaagaraatti kabajamaa jira.
Haaluma kanaan Magaalota Maayicawu, Aksuum, Humaraa fi Addigiraatitti kabajamaa jira.…
Ayyaanni Masqalaa kabajamaa jira
Finfinnee, Fulbaana 17, 2018 (FMC) - Ayyaanni Masqalaa hordoftoota Amantaa Kiristiyaanaa guutuu Itiyoophiyaatti argaman biratti kabajamaa jira.
Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad,…
Ajajni Bahaa sochii garee finxaaleyyii hordofuun tarkaanfii fudhachuun nageenya mirkaneessaa jira-…
Finfinnee, Fulbaana 16, 2018(FMC)- Raayyaan Ittisa Biyyaa Ajajni Bahaa sochii garee finxaaleyyii hordofuun tarkaanfii fudhachuun nageenya mirkaneessaa jira jedhan Itti aanaan Itaamaajoor…
Ayyaanni Daamaraa Masqalaa yeroodhaa gara yerootti haala ho’aa ta’een kabajamaa dhufeera- Kantiibaa…
Finfinnee, Fulbaana 16, 2018(FMC)- Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Ayyaanni Daamaraa Masqalaa yeroodhaa gara yerootti haala ho’aa ta’een kabajamaa dhufeera jedhan.…