Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Pireezidaantii jalqabaa Naannoo Oromiyaa kan turan obbo Hasan Aliin gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Mudde 16, 2018 (FMC) – Pireezidaantii jalqabaa Mootummaa Naannoo Oromiyaa kan turan obbo Hasan Aliin waggoota 29 booda har’a gara Itiyoophiyaatti deebi’aniiru.
Pireezidaantiin…
Manni Maree naannichaa yaa’ii idilee gaggeessuu eegale
Finfinnee, Mudde 16, 2018 (FMC)- Manni Maree Naannoo Amaaraa Yaa’ii idilee 9ffaa bara hojii 5ffaa marsaa 6ffaa gaggeessuu eegaleera.
Afyaa’iin Mana Marichaa Faantuu Tasfaayee akka…
Oromiyaatti hojiin eegumsa biyyeefi bishaanii sululawwan kuma 6 fi 386 irratti hojjetama
Finfinnee, Mudde 16, 2018 (FMC) – Naannoo Oromiyaatti lafa heektaara miiliyoona 3 fi kuma 100 fi kuma 93 ol irratti hojii eegumsa biyyeefi bishaanii hojjechuuf qophiin xumurameera jedhe…
Dooktar Abiy Ahimad ayyaana qillee warra Faranjootaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsan
Finfinnee, Mudde 16, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ayyaana qillee warra Faranjootaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.
Yeroon kun gaarummaan…
Mootummaan Eertiraa uummata Afaar irratti duguuggaa sanyii raawwachaa jira- Dhaabbaticha
Finfinnee, Mudde 15, 2018 (FMC) – Mootummaan Eertiraa uummata Afaar irratti duguuggaa sanyii raawwachaa jira jedhan Dura Taa’aan Dhaabbata Dimookiraasii Afaar Galaana Diimaa Ibraahim…
Deeggarsa namoomaa buqqaatoota buufata tursa yeroo Hitsatsii keessatti argamaniif dhiyaachaa jiru…
Finfinnee, Mudde 15, 2018 (FMC) – Deeggarsa namoomaa buqqaatoota Naannoo Tigraayi Godina Lixa Tigraay aanaa Asgadaa buufata tursa yeroo Hitsatsii keessatti argamaniif dhiyaachaa jiru…
Ameerikaafi Itiyoophiyaan waliigaltee deeggarsaa Doolaara biiliyoona 1.6 ol mallatteessan
Finfinnee, Mudde 14, 2018 (FMC) –Ameerikaafi Itiyoophiyaan waliigaltee deeggarsaa Doolaara biiliyoona 1 fi miiliyoona 600 mallatteessaniiru.
Mootummaan Ameerikaa tumsa damee fayyaa…
Dooktar Abiy Ahimad Pirezidaanti Wiiliyaam Ruutoo waliin mari’atan
Finfinnee, Mudde 14, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pirezidaantii Keeniyaa Wiiliyaam Ruutoo waliin mari’ataniiru.
Ministirri MMuummee Dooktar Abiy Ahimad ergaa…
Sirni Awwalchaa Obbo Abdurrahmaan Ruubee raawwate
Finfinnee, Mudde 14, 2018 (FMC)- Sirni Awwalchaa Hojii Raawwachiisaa itti aanaa Korpooreeshinii Biroodkaasti Itiyoophiyaa (EBC) kan turan Obbo Abdurrahmaan Ruubee raawwwateera.
Obbo…
Wiiliyaam Ruutoon Finfinnee galan
Finfinnee, Mudde 14, 2018 (FMC)- Pireezidaantiin Keeniyaa Wiiliyaam Ruutoon Finfinnee galaniiru.
Pireezidaantiin Keeniyaa Wiiliyaam Ruutoon daawwanna hojii guyyaa tokkoof Finfinnee…