Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dhaaltuun Goonfoo Sulxaan Aliimiiraahi aangoo Sulxaanummaa fudhatan
Finfinnee, Bitootessa 4, 2015 (FBC) – Sirni dhaala Goonfoo Sulxaan Ahimaad Aliimiiraahi naannoo Afaar Magaalaa Asaayitaatti gaggeeffameera.
Mootiin Afaar duraanii Sulxaan Haanfaree…
Jilli Obbo Geetuun durfamu Aanaa Gobbuu Sayyootti Qamadii Jallisii Bonaan misoomaa jiru daawwate
Finfinnee, Bitootessa 4, 2015 (FBC) – Jilli Hogganaa Biiroo Qonnaa Oromiyaa Obbo Geetuu Gammachuun durfamu Godina Wallaggaa Bahaa Aanaa Gobbuu Sayyootti Qamadii Jallisii Bonaan misoomaa jiru…
MM Abiy Ahimad daawwannaa hojiif Sudaan Kibbaa galan
Finfinnee, Bitootessa 4, 2015 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad daawwannaa hojiif Sudaan Kibbaa Juubaa galaniiru.
Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad wayita Juubaa ga’anitti…
Leenjiin Koree Giddugaleessaa Liigii Dargaggootaa Baahirdaaritti kennamuu eegale
Finfinnee, Bitootessa 4, 2015 (FBC)- Leenjiin Koree Giddugaleessaa Liigii Dargaggootaa Paartii Badhaadhinaa mata duree “Dandeettiin dargaggootaa badhaadhina hundaagaleessaa Ityoophiyaa…
Yaa’iin Godaansaa 4ffaan Finfinneetti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Bitootessa 4, 2015 (FBC) – Yaa’iin Godaansaa naannawaa Gaanfa Afrikaa 4ffaan Finfinneetti gaggeeffamaa jira.
Ityoophiyaan lammiilee isheef biyya keessatti carraa hojii uumuun…
Seeftiineetii Misoomaan Birrii biiliyoonni 2.5 ol deeggarsa taasifameera- MMBM
Finfinnee, Bitootessa 4, 2015(FBC)- Seeftiineetii Misoomaan Birrii biiliyoonni 2.5 ol deeggarsa taasifamuu Ministeerri Magaalaafi Bu’uuraalee Misoomaa ibse.
Piroojetii misoomaa…
Kooriyaan Kaabaa misaa’eloota tarsiimawoo lama furguggiste
Finfinnee, Bitootessa 4, 2015 (FBC)- Waraanni waloo Kooriyaa Kibbaa fi Ameerikaa jala bultii shaakala jalqabuuf jiraniitti Kooriyaan Kaabaa misaa’eloota lama furguggisuun gabaafame.…
Yaa’iin Ejensii Humna Atoomikii Idil Addunyaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Bitootessa 4, 2015(FBC)- Yaa’iin Ejensii Humna Atoomikii Idil Addunyaa magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira.
Yaa’ichaan deeggarsi ejensichi biyyoota Afrikaa miseensa…
Obbo Musxafeen miseensota koree gorsitota qulqullina barnootaa hundaa’e waliin mari’atan
Finfinnee, Bitootessa 3, 2015 (FBC)- Pireezidantiin Naannoo Somaalee Obbo Musxafee Mahaammad naannichatti kan hundaa’e miseensota koree gorsitoota qulqullina barnootaa waliin mari’ataniiru.…
Intarpiraayizoota oomishaa tumsuuf qaamolee dhimmichi ilaalatu waliin qindoominaan ni…
Finfinnee, Bitootessa 3, 2015 (FBC)- Intarpiraayizoota oomishaa tumsuuf mootummaan naannichaa qaamolee tumsitoota waliin qindoominaan kan hojjetu ta’uu Itti Aanaan Pireezidaantii Naannoo…