Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Daldalli seeraan alaa fi koontirobaandiin galii dinagdeen maddisiisu walitti qabuuf gufuu ta’uun…
Finfinnee, Bitootessa 4, 2015 (FBC)- Daldalli seeraan alaa fi kontirobaandiin akkasumas, itti fayyadamni teeknooloojii ammayyaa kenniinsa tajaajilaas ta’e, galii diinagdeen maddisiifamu…
Qajeelfamni Simmiintoo ba’ee sirnaan hojiirra olaa hinjiru-MDWHN
Finfinnee, Bitootessa 4, 2015 (FBC)- Raabsii fi gabaa simmiintoo murteessuuf qajeelfamni lakkoofsa 940/2015 ba’e, sirnaan hojiirra oolaa akka hinjirre Ministeerri Daldalaa fi Walitti…
Galmeen imala Hajjii baranaa buufataalee galmee 11’tti gaggeeffama jedhame
Finfinnee, Bitootessa 4, 2015 (FBC)- Dhamaatii Hujjaajotaa hir’isuuf galmeen imala Hajjii baranaa buufataalee galmee 11tti akka gaggeeffamu ibsameera.
Ragaalee Hujjaajjotaa waggootaan…
Jilli Obbo Aganyawu Tashaagariin durfamu walga’ii 146ffaa Gamtaa Paarlaamaa Idil Addunyaarraatti…
Finfinnee, Bitootessa 4, 2015 (FBC)- Jilli Afyaa’ii Mana Maree Federeeshinii Obbo Aganyawu Tashaagariin durfamu walga’ii 146ffa Gamtaa Paarlaamaa Idil Addunyaarratti hirmaachaa jira.…
Ityoophiyaan tasgabbiifi nageenya Sudaan Kibbaa deeggaruuf kutannoo qabdi- MM Abiy Ahimad
Finfinnee, Bitootessa 4, 2015(FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Pireezidaantii Sudaan Kibbaa Saalvaakirifi Dursaa Ittaanaa Pireezidaantii Riik Maachaar waliin mari’ataniiru.…
Lammiilee hongeef saaxilaman akkaataa tumsuun danda’amurratti dhaabbilee garaagaraa waliin…
Finfinnee, Bitootessa 4, 2015(FBC)- Lammiilee hongeef saaxilaman akkaataa tumsuun danda’amurratti Dhaabbilee Siviilii hawaasaafi miti mootummaa waliin mari’atamuu ibsame.
Mootummaan…
Paartiin Badhaadhina raawwii karoora baatiiwwan jahan darbanii gamaaggamaa jira
Finfinnee, Bitootessa 4, 2015 (FBC)- Hoggantoonni olaanoo Paartii Badhaadhinaa raawwii karoora baatiiwwan jahan darbanii Paartichaarratti mari’achaa jiru.
Dursaa Ittaanaan…
Dooktar Girmaa Amanteen hoggantoota dhaabbata gargaarsaa Ameerikaa waliin mari’atan
Finfinnee, Bitootessa 4, 2015(FBC)- Ministirri Ministeera Qonnaa Dooktar Girmaa Amanteen hoggantoota dhaabbata gargaarsaa Ameerikaa (USAID) waliin haala damee qonnaanqindoominaan hojjechuu…
Chaayinaan Ityoophiyaa waliin faayidaa waloof walitti dhiyeenyaan hojjechuuf qophii ta’uu ibsite
Finfinnee, Bitootessa 4, 2015 (FBC)- Chaayinaan Ityoophiyaa waliin faayidaa waloorratti walitti dhiyeenyan hojjechuuf yeroo kamuu caalaa qophii ta’uu Daayrektarri Kutaa Pirotokoolii…
Uummanni Afaar fakkeenya tokkummaa fi jabinaati – Obbo Taaggasee Caafoo
Finfinnee, Bitootessa 4, 2015 (FBC) –Sirni dhaala Goonfoo Sulxaan Ahimaad Aliimiiraahi naannoo Afaar Magaalaa Asaayitaatti gaggeeffameera.
Ummanni Afaar Ummata Aadaa fi Seenaa boonsaa…