Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Piroojektii bishaan roobaa cimmisu akka furmaataatti fayyadamuuf hojjetamaa jira – MBI
Finfinnee, Guraandhala 27, 2015 (FBC) – Iddoolee hongeef saaxilamoo ta'anitti piroojektii bishaan roobaa cimmisu akka furmaataatti fayyadamuuf hojjetamaa jiraachuu Ministeerri Bishaanii fi…
Dhaabbileen garaagaraa Booranaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 6.8 taasisan
Finfinnee, Guraandhala 27, 2015 (FBC)- Waldaan Atileetoota Oromiyaa, Ministeera Turizimii, Yuunivarsiitii Haramayaa fi Salaalee jiraattoota Godina Booranaa hongeen miidhameef deeggarsa…
Marii biyyaalessaa hunda galeessa taasisuun waliigaltee waloorra gahuun barbaachisaadha- Obbo…
Finfinnee, Guraandhala 27, 2015(FBC)- Marii biyyaalessaa hunda galeessa taasisuun waliigaltee waloorra gahuun barbaachisaa ta’uu Ministir Deetaan Ministeera Nageenyaa Obbo Taayyee Danda’aa…
Aadde Samariitaan Dura Taa’aa Garee Inarjii Idil Addunyaa Chaayinaa waliin mari’atan
Finfinnee, Guraandhala 27, 2015 (FBC) – Ministir Deetaan Ministeera Maallaqaa Aadde Samariitaa Sawaasaw Dura Taa’aa Garee Inarjii Idil Addunyaa Chaayinaa Lii Ziiyaang waliin mari’ataniiru.…
Jilli Dooktar Alamuu Simeen durfamu Jibuutiitti dhaabbilee garaagaraa daawwate
Finfinnee, Guraandhala 27, 2015 (FBC)- Jilli Ministira Ministeera Geejjibaa fi Loojistiksii Dooktar Alamuu Simeen durfamu Jibuutiitti dhaabbilee garaagaraa dawwateera.
Jilichi Paarkii…
Koomiishiniin Invastimanti Ityoophiyaa Jila Abbootii qabeenyaa Paakistaan waliin mari’atan
Finfinnee, Guraandhala 27, 2015 (FBC)- Koomiishiniin Invastimantii Ityoophiyaa Jila abbootii qabeenyaa Paakiistaan waliin filmaatawwan invastimantii Ityoophiyaa irratti mari’ataniiru.…
Akkaadaamiin Ayveeshinii Ityoophiyaa Yuunivarsititti guddate
Finfinnee, Guraandhala 27, 2015 (FBC)- Naannawichatti umrii dheeraa kan lakkoofsise Akkaadamiin Ayveeshinii Ityoophiyaa gara Yuunivarsitiitti guddate.
Yunivarsitichi sagantaa digiriin…
Mariin haala abbootiin qabeenyaa Kooriyaa Ityoophiyaatti hojiilee invastimantiin hirmaachuu danda’an…
Finfinnee, Guraandhala 27, 2015(FBC)- Mariin haala abbootiin qabeenyaa Kooriyaa Kibbaa Ityoophiyaatti hojiilee invastimantiin hirmaachuu danda’an irratti xiyyeeffate gaggeeffamuu Ministeerri…
Naannichatti sababa hongeen lammiileen miiliyoonni 2 deeggarsa ariifachiisaa barbaadu jedhame
Finfinnee, Guraandhala 27, 2015(FBC)- Naannoo Kibbaatti sababa hongeen lammiileen miiliyoonni 2 deeggarsa ariifachiisaa kan barbaadan ta’uu Komishiniin Hoggansa Sodaa Balaa naannichaa…
Yaa’iin Filannoowwan Imaammata ce’umsa haqa biyyoolessaa irratti xiyyeeffate gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Guraandhala 27, 2015 (FBC) – Qindeessummaa Ministeera Haqaan yaa’iin Filannoowwan Imaammata ce’umsa haqa biyyoolessaa irratti xiyyeeffate gaggeeffamaa jira.
Yaa’icharratti Af…