Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Qonna Arfaasaatiin lafa hektaara miiliyoona 1.1 misoomsuun Callaa kuntaala miiliyoona 22.6 argachuuf…
Finfinnee, Guraandhala 27, 2015 (FBC) – Qonna Arfaasaatiin lafa hektaara miiliyoona 1.1 misoomsuun callaa kuntaala miiliyoona 22.6 argachuuf hojjatamaa jiraachuu Biiroon Qonnaa Oromiyaa…
Oromiyaatti lafa hektaara miilyoona 2.4 irratti hojiin eegumsaa biyyee fi bishanii hojjetameera
Finfinnee, Guraandhala 27, 2015 (FBC)-Naannoo Oromiyaatti qonnaan bultoota hirmaachisuun lafa hektaara miilyoona 2.4 irratti hojiin eegumsa biyyee fi bishanii hojjetamuu Biiroo Qonna…
Jilli Invastimantii fi Daldalaa Paakiistaan Finfinnee gale
Finfinnee, Guraandhala 26, 2015 (FBC) – Jilli Invastimantii fi Daldalaa Paakiistaan filannoowwan Invastimantii Ityoophiyaan qabdu daawwachuuf Finfinnee galeera.
Jilichi wayita Finfinnee…
Liigichi hawaasa Godina Booranaa Hongeen Miidhamaniif Deeggarsa Birrii miiliyoona 5 taasise
Finfinnee, Guraandhala 26, 2015 (FBC) – Liigiin Dubartootaa Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaa hawaasa Godina Booranaa hongeen miidhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 5 taasiseera.…
Aadde Adaanach manneen waliin jireenyaa ijaarsi isaanii hin xumuramne akka xumuramu hubachiisan
Finfinnee, Guraandhala 26, 2015 (FBC) – Kantibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen manneen waliin jireenyaa ijaarsi isaanii hin xumuramne hanga Waxabajjiitti akka xumuramu…
MM Abiy Ahimad Pireezidaantii mana Maree birmadummaa Sudaanii fi MM Yeeman waliin mari’atan
Finfinnee, Guraandhala 26, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Pireezidaantii Mana Maree Birmadummaa Sudaanii Jeneraal Abdallaa Alburihaanii fi Muummee Ministiraa Yeeman…
Pireezidaanti Shimallis Interpiraayizoota guddattuu giddu galeessaatti ce’aniif badhaasaafi…
Finfinnee, Guraandhala 26, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan Interpiraayizoota guddattuu giddu galeessaatti ce'aniif badhaasaaf beekamtii…
Hiyyummaafi ilaalcha eeggattummaa dargaggootaa hir’isuuf hojjetamaa jira – BCHUOO
Finfinnee, Guraandhala 26, 2015 (FBC) – Hiyyummaafi ilaalcha eeggattummaa dargaggootaa hir'isuuf hojjetamaa jiraachuu Biiroon Carraa Hojii Uumuu fi Ogummaa Oromiyaa beeksise.
bpBiirichi…
MM Abiy Ahimad Sheek Hamaad Ibiin Kaliifaa Altaanii waliin mari’atan
Finfinnee, Guraandhala 26, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad Kuwaataar Dohaatti Sheek Hamaad Ibiin Kaliifaa Altaanii waliin dhimmoota waloorratti mari'ataniiru.
Dhimmoota…
Tumsii fi Invastimantiin biyyoota Guddinarra jiraniif murteessadha – MM Abiy Ahimad
Finfinnee, Guraandhala 26, 2015 (FBC) – Tumsii fi Invastimantiin biyyoota Guddinarra jiraniif murteessaa ta'uu Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad ibsan.
Dhiibbaa idaan biyyootarran ga'u…