Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ayyaanni injifannoo Adwaa 127ffaan guyyaa har’aa sagantaalee garaagaraan ni kabajama
Finfinnee, Guraandhala 23, 2015(FBC)- Guyyaan injifannoo Adwaa 127ffaan guutuu biyyattiitti sagantaalee garaagaraan kabajamee oola.
Ayyaanichi magaalaa Finfinnee dabalatee kutaalee…
Pireezidaantoonni naannolee ergaa baga geessanii dabarsan
Finfinnee, Guraandhala 22, 2015 (FBC) –Pireezidaantoonni naannolee injifannoo Adwaa waggaa 127ffaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.
Mootummaan naannoo Hararii…
Injifannoo Adwaarratti lammiileen Ityoophiyaa hundi wareegama kaffalaniiru – Aadde Adaanach…
Finfinnee, Guraandhala 22, 2015 (FBC) –Kantibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen injifannoo Adwaa waggaa 127ffaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.
Injifannoo…
Ga’ee Gootoonni Oromoo birmadummaa biyyaa keessatti qaban dhaloota barsiisuun dirqama –…
Finfinnee, Guraandhala 22, 2015 (FBC) – Ga 'ee Gootoonni Oromoo birmadummaa biyyaa kabachisuu fi ijaarsa biyyaa keessatti qaban dhaloota barsiisuuf dirqama isaanii kan ba'an ta'uu hayyoonni…
Injifannoon Adwaa Poolisii Federaalàatti kabajame
Finfinnee, Guraandhala 22, 2015 (FBC) – Injifannoon Adwaa Waggaa 127ffaan mata duree 'Tokkummaa, Gootummaa fi Jabina' jedhuun Waajjira Muummee Poolisii Federaalaatti kabajameera.…
Obbo Dammaqaan Ministira Dhimma Alaa Azaarbaajaan waliin mari’atan
Finfinnee, Guraandhala 22, 2015 (FBC) - Ittaanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimaa Alaa Obbo Dammaaqaa Makoonniin Ministira Dhimmaa Alaa Azaarbaajan Jeeyihuun Baayiraamoov…
Hojiirra Oolmaa Piroojektii bittaaf gurgurtaa misooma Beeyladaarratti mariin gaggeeffame
Finfinnee, Guraandhala 22, 2015 (FBC) - Ministeerri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa, deeggarsaa Baankii Addunyaan hojiirra kan olu Piroojektii bittaaf gurgurtaa misooma…
Boordichi bu’aa sagalee uummataa godinaalee 6fi aanaalee addaa 5 naannoo uummattoota Kibbaa ifoomse
Finfinnee, Guraandhala 22, 2015(FBC)- Boordiin Filannoo Biyyaalessaa bu’aa sagalee uummataa godinaalee 6fi aanaalee addaa 5 naannoo uummattoota Kibbaa ifoomsuu beeksise.
Godinaaleefi…
Injifannoon Adwaa kutaalee raayyaa Ittisaa garaagaraatti kabajame
Finfinnee, Guraandhala 22, 2015 (FBC) – Injifannoon Adwaa waggaa 127ffaan kutaalee raayyaa Ittisaa garaagaraatti sagantaalee adda addaan kabajameera.
Dhaloonni ammaa seenaa guutummaa…