Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Hariiroon Ityoophyaa fi Raashiyaan dameewwan garaagaraan cimaa dhufeera-Ambaasaaddar Eveegeenii…
Finfinnee, Guraandhala 18, 2015 (FBC)- Hariiroon dippiloomaasummaa seena qabeessi Ityoophyaa fi Raashiyaan dameewwan garaagaraan cimaa dhufuu Ityoophiyaatti Ambaasaddarri Raashiyaa…
Yaa’iin waggaa gorsitoota Shari’aa Ityoophiyaa jalqabaaf gaggeeffame
Finfinnee Guraandhala 18, 2015 (FBC)- Waldaan Ogeeyyii Faayinaansii Dhalarraa Bilisaa Ityoophiyaa, Yaa’ii Ulaamaa’otaa Mana Maree Waliigalaa Dhimmoota Islaamummaa Ityoophiyaa waliin ta’uun…
Baankiin misoomaa Afrika damee qonnaa Ityoophiyaa guddisuu fi cimsuuf deeggarsa taasisaa…
Finfinnee Guraandhala 18, 2015 (FBC)- Baankiin misoomaa Afrikaa damee qonnaa Ityoophiyaa guddisuu fi bu’uuraalee misoomaa cimsuuf deeggarsa taasisaa jiraachuu Pireezidaantii Baankichaa…
Waltajjiin hirmaannaa diyaaspooraa Oromoo cimsuu gaggeeffame
Finfinnee Guraandhala 18, 2015 (FBC)- Invastimantii fi misoomaarratti hirmaannaa Diyaaspooraa Oromoo cimsuuf waltajjiin xiyyeeffate galma Waajjira Pireezidaantii Mootummaa Naannoo…
Pirojektiin bishaan dhugaatii Magaalaa Bidiree Birri miiliyoona 315’n ijaaramaa jiru %15’rraa…
Finfinnee, Guraandhala 18, 2015 (FBC)- Pirojektiin bishaan Dhugaatii Magaalaa Bidiree Birri miiliyoonaa 315’n ijaaramaa jiru %15’rraa ga’uu Biiroo Bishaaniifi Inarjii Oromiyaa ibse.…
Obbo Ahimad Shideen Ittaanaa Ministira Dhimma Alaa Chaayinaa waliin Mari’atan
Finfinnee, Guraandhala 18, 2015 (FBC)- Ministirri Ministeeraa Maallaqaa Obbo Ahimad Shideen Ittaanaa Ministira Dhimma Alaa Chaayinaa Deengi Lii Eel waliin mari’ataniiru.
Marii isaaniinis,…
Magaalaa Shaggaritti Paarkiin Magariisummaa hojjetamaa jiru daawwatame
Finfinnee, Guraandhala 18, 2015 (FBC)- Magaalaa Shaggaritti paarkiin magariisummaa hirmaannaa abbootii qabeenyaan hojjetamaa jiraachuu Bulchiinsi Magaalichaa ibse.
Ifatti hundeeffamuu…
Jilli Dooktar Girma Amanteen durfamu Naannoo Kibbaatti misooma qamaadii bonee daawwate
Finfinnee Guraandhala 18, 2015 (FBC)-Jilli Ministira Ministeera Qonnaa Dooktar Girma Amanteen durfamu Naannoo Kibbaa Godina Silxeetti Aanaa Silxeetti misooma qamadii bonee dawwateera.…
Gareen Ityoophiyaa deeggarsaaf Turkiitti imalee ture ergamaa isaa xumuruun deebi’e
Finfinnee Graandhala 18, 2015 (FBC)- Gareen Ityoophiyaa deeggarsa lubbuu baraarsaaf Turkiitti imalee ture ergama isaa xumuruun gara biyyaatti deebi’eera.
Gareen Jilaa Itti Gaafatamaa…
Naannawaa hongeen mudatteetti midhaan kuntaalli miiliyoona 2.1dhiyaateera-Buusaa Gonofaa
Finfinnee, Guraandhala 18, 2015 (FBC)-Naannawaa hongeen mudatteetti midhaan kuntaallaa miiliyoona 2.1 hanga torbaan darbeettii dhiyaachuu Buusaa Gonofaa Oromiyaa ibse.
Hogganaan Buusaa…